Animating Objects in Presentation Slides

Wantootaa islaayidii keetirraa jiraniif galteewwan sochii fakkina ammaa fayyadamu dandeessa.

Wantootaaf galteewwan sochii fakkina fayyadamuuf:

  1. Islaayidii irraa mul'annoo Baratamoo keessaa, wantootaa sochii fakkina hojjachuuf barbaddu fili.

  2. Choose Format - Animation, to open the Custom Animation pane in the Sidebar. Click on Add (+) button, and then select an animation effect.

  3. Qaaqa Sochii Fakkina Baratamo keessati akaakuu galteewani keessaa filachuuf, cancaala fuulaa cuqaasi. Galtee cuqaasi, kana booda TOLEcuqaasi.

Sochii fakkinaa durargisiisuuf qabduu Taphachiisi cuqaasi.

Sajoo Yaaddannoo

On Slide Pane an icon appears next to the preview of those slides, which have one or more objects with custom animation. When you present the slide show with the Presenter Console, icon indicates that the next slide has custom animation.


Galtee xurree sochii fayyadamu fi gulaaluufi:

Xurree sochii waliin socho'uuf wanti tokko sochii fakkinaatiin socho'u danda'a durmurtaawaa ykn turreewwan sochii ofireeti fayyadamuu dandeessa.

Yoo”qonyoo”, “rogaddee” ykn “sarara unka akka feetee filatte, qaaqni ni cufama. Yoo fakkasaan dhume fi haqamu baate, xurreen uumamee galmicha keessaa haqameetii akka xurree sochiitti saagama.

Xurreewwan Sochiitti Gulaaluu

Yoo moggaargiin sochii fakkinaa Baratamoo mul'ate, galteewwana xurreewwan sochii fakkinaa hundi akka ifaa ta'eti islaayidiirratti kaafama. Yeroo hunda xurreewwan hundii ni mul'atu, waan kana ta'eef, sochiiwwan fakkinaa xurreewwan walitti annan waliin kunneen haala salphaan uumamu danda'u.

Xurree sochii xurreerratti cuqaasuun filatamu danda'a. Xurreen filatame, kan itti socha'u fi akka bocaatti itti jijjiiramu qabannoota qabaata. Xurreerratti akka jalqabu taasiisa. Qaphxiin halata gulaali Gulaali - Qaphxiileedhaan ykn F8 dhiibuunis jalqabsiisuu ni danda'ama.

Galtee sochii fakkinaa wanta tokko keessa haquuf:

  1. Mul'ana Baratamoo islaayidii keessaa jiruu irraa, wanticha galtee irraa haqu fili.

  2. Agarsiisaa Islaayidii - Sochii Fakkina Baratamoo Fili.

  3. Haqi cuqaasi.