Sochiiwwan Fakkinaa Dhangii GLF keessatti alerguu
-
Wantoota sochii fakkinaatin islaayidii keetirratti fakkeeffaman fili.
-
Faayilii - Alerguu fili.
-
Tarree Akaakuu faayilii keessaa, GLF - Dhangii waljijjiirraa saxaatoo(.gif) fili.
-
Waligala islaayidii osso hin ta'in wantoota filataman alerguuf, Filannoo sanduuqa filannoo cuqaasi.
-
Iddoo GLF Sochii fakkeeffamee itti olkaa'uu barbaadduu mul'isi; maqaa galchi,kana booda olkaa'i