Calqqeewwan sochii fakkeefaman GIF uumu

Pirezanteeshiinii midhagaa taasiisuuf, wantoota fakkasaa, wantoota barruu fi wantoota saxaatoo (calaqqeewwan) islaayidii keetiirraa sochii fakkeessa, uumuuf dandeessa. Iddoo calaqqeewwan (goodayyoota) sochii fakkinaa wanta walitti qabnu uumuu dandeeessutti. Impress LibreOffice gulaalaa sochii fakkinaa kan argamuu goodayyoota dhaabbattoo duraan umteen yemmuu marsituudha.

Sajoo Qaxxee

Yoo sochii fakkinaa (GIF sochi fakkeefamee) kan uumtuu ta'e tokkon tokkon goodayyoof sa'aati turiinsaa ramaduuf dandeessa. Akkasumaas hangamtaa irra deddeebii sochiin fakkinaa taphata.


GIF sochii fakkeeffamee uumuuf:

  1. Wanta ykn tuutee wantootaa sochii fakkinaa keetti keessatti hammachuu barbaaduu filuu akkasumaas Saagi - Calaqqee Sochii Fakkeefamee fili.

  2. Kanneen itti aanana keessaa tokko hojadhu:

  1. Iddoo Tuutee Sochii Fakkinaa keessaa Wanta suurxiqqoo fili.

    Mul'annoo goodayyaa fi hangamtaa irra deddeebi tarttiiba sochii fakkina dhihaatee (marsaa) ifteessuud, sa'aati sochii fakkinaa fayyadami.

  2. Sanduuqa Calaqqee Lakkoofsa (sanduuqa bitaa) keessaa lakkoofsa goodayyaa galchii.

  3. Lakkoofsa secondoota goodayyiichii sanduuqa Turmaataa (sanduuqa gidduu) keessatti mul'atee akka turuu barbaadduu galchi.

  4. Sochii fakkinaa keeti keessatti tokkon tokkon goodayyoota kunneenif ejjatoota maayyii lamaan irra deebi'i.

    Sajoo Qaxxee

    Too'atamtoota snduuqa Ccalaqqee Lakkoofsa irraa gara bitaatti argaman fayyadamuun sochii fakkasaa kee durargiisiisuu dandessa.


  5. Hangamtaa irra dadebii tarree sochi fakkinaa, sanduuqa Marsaa lakkaa'aa keessatti irra sifdebi'u barbaaddu fili.

  6. Wantoota sanduuqa Hiriiraa keessaatiif, dirqala hihriraa fili.

  7. Uumi cuqaasi.