Xiyyoota

Xiyyoota kamshaa, bakka sararawwan qajeeloo sararawwan Xiyyoota waliinii fi sararawwan gara islaayidii ammee yookiin fuula bana.

Sajoo Qaxxee

Yoo barbaadde, dhangii - sarara filachuudhaan erga sarara kaafteen booda xiyya ida'uu ni dandeessa, booda haalata xiyyaa sanduuqa haalata irraa filachuu.


Sarara

Bakka galmee ammee keessatti ati harkistutti sarara qajeelaa kaasa. Sarara digirii 45tti dirqamsiisuuf, jijjiirraa gaqqabi wayita harkistu.

Sajoo

Sarara

Sarara xiyyaan xumuuramu

Sarara qajeelaa geengoodhaan xumuuramu bakka galmee ammee kaassatti harkiftu kaasa. Sarara digirii 45tti. dirqamsiisuuf jijjiirraa gaqqabi wayita harkistu.

Sajoo

Sarara xiyyaan xumuuramu

Sarara xiyya/Geengoo waliinii

Sarara qajeelaa geengoodhaan xumuuramu bakka galmee ammee kaassatti harkiftu kaasa. Sara gara digirii 45tti dirqamsiisuuf jijjiirraa gaqqabi wayita harkistu.

Sajoo

Sarara xiyya/Geengoo waliinii

Sarara xiyya/Rog-arfee waliinii

Sarara qajeelaa xiyyaan jalqabuu fi rog-arfeedhaan xumuuru kan bakka galmee ammee keessatti harkiftu kaasa. Sarara gara digirii 45tti dirqamsiisuuf jijjiirraa gaqqabi wayita harkiftu.

Sajoo

Sarara xiyya/Rog-arfee waliinii

Sarara (45°)

Sarara qajeelaa gara rogawwaniin gara digirii 45tti dirqisifamu kaasa.

Sajoo

Sarara (45°)

Sarara xiyyaan Jalqabu

Sarara qajeelaa xiyyaan jalqabu kan bakka galmee ammee keessatti harkiftu kaasa. Sarara gara digirii 45tti dirqisiisuudhaaf , jijjiirraa gaqqabi wayita harkiftiu.

Sajoo

Sarara xiyyaan Jalqabu

Sarara Geengoo/xiyya waliinii

Sarara qajeelaa geengoodhaan jalqabuu fi xiyyaan xumuuru kan galmee ammee keessatti harkiftu kaasa. Sarara gara digirii 45tti dirqisiisuuf, jijjiirraa gaqqabi wayita harkiftu.

Sajoo

Sarara Geengoo/xiyya waliinii

Sarara Rog-arfee/Xiyya waliinii

Sarara dheerinaa fi bal'na qajeelchaan marfame kaasa. Dheerinaa fi bal'inaa sararawwanii ofumaan dheerina fi bal'ina sorooroo kan shalluu fiagarsiisuudha. Dheerinaa fi bal'ina sararaa kaasuuf, kamshaa xiyyootaa bariitii, sajoo Dheerinaa fi bal'ina sararaacuqaasi. Qaree kee bakka sararri jalqabu fi dheerinaa fi bal'ina sarara kaasuf harkisi gadhiisii yoo xumurte.

Sajoo

Sarara Rog-arfee/Xiyya waliinii

Dheerinaa fi balina sararaa

Sarara dheerinaa fi bal'na qajeelchaan marfame kaasa. Dheerinaa fi bal'inaa sararawwanii ofumaan dheerina fi bal'ina sorooroo kan shallaguu fi agarsiisuudha. Dheerinaa fi bal'ina sararaa kaasuuf, kamshaa Xiyyootaa bariitii, sajoo Dheerinaa fi bal'ina sararaa cuqaasi. Qaree kee bakka sararri jalqabu fi dheerinaa fi bal'ina sarara kaasuf harkisi gadhiisii yoo xumurte.

Sajoo Qaxxee

Bal'inni fi dheerinni sarara dheerina wanta cinaa wajjiin akka walfakkaatu yoo barbaadde, furtuu gaqqabi wayita harkifamu. Dheerinaa fi bal'ina sarara gara digirii 45tti dirqisiisuuf furtuu jijjiirraa gaqqabi wayita harkifamu.


Fakkaasaa LibreOffice keessatti dheerinni fi bal'inni sararaa yeroo hundaa qajeelcha irratti baqqaanni saagame Dheerinaa fi Bal'ina sararawwanii jedhama. Baqqaana sana akka hin mul'annetti yoo keessa kaafama keetirratti dheerinaa fi bal'ina arguu hindeessuu.

Sajoo

Dheerinaa fi balina sararaa

Sarara xiyyoota waliinii

Sarara qajeelaa xiyyoota waliini dhuma lameenitti kan bakka galmee ammee keessatti harkiftu kaasa. Sarara gara digirii 45tti dirqamsiisuuf jijjiirraa gaqqabi wayita harkiftu.

Sajoo

Sarara xiyyoota waliinii