Wantoota G-3

Opens the 3D Objects toolbar. The objects are three dimensional, with depth, illumination, and reflection. Each inserted object initially forms a 3D scene. You can press F3 to enter the scene. For these 3D objects, you can open the 3D Effects dialog to edit the properties.

Sajoo

Wantoota G-3

Sajoo Qaxxee

Wantoota G-3 naannoo siiqqota sadan isaatti naaneessuuf, wanticha filachuuf cuqaasi, ittaansuun qabannoowwan isaa agarsiisuuf irraa deebi'ii cuqaasi. Kallattii wanticha naannessuu barbaaddetti qabannoo harkisi.


Kuubii

Kuubii guutamee bakka islaayidii keessatti harkistu kaasa. Rektaangilii G-3 kaasuuf, jijjiirraa gaqqabi wayita harkistu.

Sajoo

Kuubii

Geengoo

Geengoo guutame bakka islaayidii keessatti harkistu kaasa. Mululleewwan kaasuuf jijjiirraa gaqqabii wayita harkistu.

Sajoo

Geengoo

Akmooyyee

Akmooyyee geengoo bakka islaayidii keessatti harkistu irratti bu'uureffate kaasa. Akmooyyee luxee irratti bu'ureffate kaasuuf, jijjiirraa gaqqabii wayita harkistu.

Sajoo

Akmooyyee

Muxxata

Muxxata geengoo bakka islaayidii keessatti harkistuu irratti hundaa'e kaasa. Muxxata luxee irratti hundaa'e kaasuuf, jijjiirraa gaqqabi wayita harkistu.

Sajoo

Muxxata

Sadakara

Piraamida bu'uura rooga-arfee bakka islaayidii keessatti harkiftuu kaasa. Piraamida bu'uura rektaangulaawaa kaasuuf, wayita harkistu Shift gaqqabi. Rooga-addee gara garaa bu'uura piraamidaatiif fayaadamuuf, qaaqa Galteewwan G-3 baniitii caanccala Ji'oomeetrii cuqaasi. Bal'ina Murawwanii keessatti, lakkoofsa cinaa rog-addee sanduuqa mallattoo Surdalaa galchi, ittaansuudhaan mallattoo filannoo magariisa cuqaasi.

Sajoo

Sadakara

Toorasii

Wanta boca amartii kan geengoo irratti hundaa'e bakka islaayidii keessatti harkistu kaasa. Luxee irratti hundaa'e kaasuuf, jijiiraa gaqqabi wayita harkistu.

Sajoo

Toorasii

Qola

Wantoota boca-golboo kan geengoo bakka islaayidii keessatti harkistuu irratti hundaa'e kaasa. Qola luxee irratti hundaa'e kaasuuf, jijjirraa gaqqabi wayita cuqaastu

Sajoo

Qola

Walakkaa-Mulullee

Walakaa tokkoo geengoo bakka islaayidii keessatti harkistuu kaasa. Sheepirooyidii tokkoo fi walakkaa kaasuuf, jijjiirraa gaqqabi wayita harkistu.

Sajoo

Walakkaa-Mulullee

wantoota; G-3 walitti qabuu