Rektaangiloota

Rektaangiloota kamshaa Maammiloo fayyadamuun, Kamshaa Rektaangiloota ida'uu ni dandeessa.

Karaa Xiyyoolee Uumuu

Rektaangilii

Bakka galmee ammee keessatti harkistutti rektaangilii guutuu kaasa,Mogee rektaangilii bakka qabachiisuu barbaadeetti harkisi. Rog - arfee kaasuudhaaf jijjirraa qabiti harkisii.

Sajoo

Rektaangilii

Rog-arfee

Rektaangilii geengoo guutuu waliin kaasuun galmee ammee keessatti iddoo harkistuutti barbaaddetti cuqaasi. Reektaangilii kaasuuf, Shift gadi dhiibi yommuu harkistu.

Sajoo

Rog-arfee

Rectaangilii Marfamaa

Rektaangilii geengoo guutuu waliin kaasuun galmee ammee keessatti. Xiyyoo iddoo reektangilii marfamaa itti olkeessu cuqaasi fi hamamtaa barbaadde harkisi. Rog-afree marfamaa kaasuuf, Shift gadi dhiibi yommuu harkistu.

Sajoo

Rectaangilii Marfamaa

Rog-arfee Mudundulaa

Rog-arfee marfamaa guutuu waliin galme ammee keessatti garamitti akka harkistuu kaasa.Bakka Xiyyoo,rog-arfee mudundulaa olkaa'uu barbaaddetti. cuqaasi,hammamtaabarbaaddetti harkisi. Rektaangilii mudundulaa kaasuuf,Jijjiirraa gaqqabi wayita harkistu.

Sajoo

Rog-arfee Mudundulaa

Rektaangilii, Hin guutamne

Rektaangilii duwwaa bakka galmee ammee keessatti harkistu kaasa xiyyoo rektaangilii bakka kaa'uu barbaaddetti cuqaasi; hammamtaa barbaaddetti harkisi. Rog-arfee kaasuuf,Jijjiirraa gaq qabi wayita harkistu.

Sajoo

Rektaangilii, Hin guutamne

Rog-arfee, Hin guutamne

Rog-arfee duwwaa bakka galmee amme keessatti harkistu kaasa. Xiyyoo rog-arfee bakka kaa'uu barbaaddetti cuqaasi;hammamtaa barbaaddetti harkisi.Rektaangilii kaasuuf,Jijjiiraa gaqqabi wayita harkistu.

Sajoo

Rog-arfee, Hin guutamne

Rektaangilii Mudundulaa, Hin guutamne

Rektaangilii mudundulaa duwwaa bakka galmee ammee keessatti harkistu kaasta Xiyyoo mudundula rektaangilii bakka kaa'uu barbaaddetti cuqaasi;hammamtaa barbaaddetti harkisi.Rog-arfee mudundulaa kaasuuf,jijjiirraa gaq qabi wayita harkistu.

Sajoo

Rog-arfee Mudundulaa, Hin guutamne

Rog-arfee Mudundulaa, Hin guutamne

Rog-arfee mudundula duwwaa bakka galmee ammee keessatti harkistu kaasa.Xiyyoo mudundulaa rog-arfee bakka kaa'uu barbaaddetti cuqaasi;hammamta barbaaddetti harkisi.Rektaangilii mudundulaa kaasuuf Jijjiirraa qabi wayita harkistu.

Sajoo

Rog-arfee Mudundulaa, Hin guutamne