Baruu

Kamshaan Barruu Sajoo barruu sanduuqaawwan addaa galchuuf of keessatti qabateera.

Barruu

Barruu sanduuqa galmee ammee keessatti eessatti cuqaauu yookin harkistu fakkassaa. Galmee keessatti bakka barbaaddeetti cuqaasiiti, itti ansuun barruu kee barreesi yookin maxxansi.

Sajoo

Barruu

Barruu Goodayaaf Tolchuu

Barruu sanduuqa galmee ammee keessatti cuqaasuun yookin harkisuun fakkaasi. Barruun galchitu dheerinaa fi bal'ina barruu sanduuqaa akka tolutti ofumaa hangamtaan jijjiira. Galmee keessatti eessattiyyuu cuqaasi, ittaansuun barruu kee barreessi yookin maxxansi.

Sajoo

Barruu Goodayaaf Tolchuu

Balballoo

Sarara balballoomii rektaanglii keessatti dhumuun, galmee ammee garamirratti harkistu kaasii. Hangamtaa balballoo jijjiruudhaaf qabannoo balballoo harkiisi. Balballoo rectaanglii marfamaatti jijjiiruuf, yoo qareen gara harkaatti jijjiirame fiixee qabannoo guddaa harkiisi. Barruu dabaluuf balballoo fiixee cuqaasi ittaansuun dhaan barruu kee barreesi yookin maxxansi.

Sajoo

Balballoo

Gargaarsa Afaan Eeshiyaa

These commands can only be accessed after you enable support for Asian languages in - Language Settings - Languages.

Balballoomiiwwan Sarjinaa

Sajoo

Sarara balballoomii reektaangiliin keessatti dhumatu kallattii sarjaa barruu iddoo galmee ammeetti harkifamu wajjiin fakkaasaa.Qabannoo balballoomii gara hammamtaa balballoomiitti harkisi. Barruu dabaluuf, qarree balballoomii cuqaasi, akkasumas barruu kee barreessi ykn maxxansi.Balballoomii reektaangulaa'aa gara balballoomii marfametti jijjiiruf,wayita qareen gara harkaa jijjiirame qabannoo moggee guddaa harkisi. wayita gargaarsi Afaan Eeshiyaa argame qofa mul'achuu danda'a.

Barruu Sarjinaa

Sajoo

Iddoo kallattii barruu sarjinaa sanduuqa barruu waliin galmee ammee keessatti cuqaasnu ykn harkifnu fakkaasaa. Galmee keessaa eessayyuu cuqaasi, akkasumas barruu kee barreessi ykn maxxansi. Gara iddoo barruu dabaluu barbaaddetti qaree siiqsuu dandeessa, Sanduuqa barruu harkisi, akkasumas barruu kee barreessi ykn maxxansi. Wayita gargaarsi Afaan Eeshiyaa argame qofa mul'achuu danda'a.

Barruu Goodayaaf Sarjaa Tolchuu

Barruu goodayyaa kallatti sarjaa galmee ammee garamitti cuqaastu yookin harkistu kaasa. Barruu galchitu ofumaan haammamtaa issa jijjiira; bal'ina fi dheerina goodayyaaf akka toolutti (Barruu Eshiyaa dandeessisuun,akka sajoo kun akka of danda'u gargara). Galmee keessatti eessattiyyu cuqaasi ittaansuudhaan barruu kee barreessi yookin maxxansi. Dablataanis qaree bakka barruu ida'u barbaadeetti sochoosuu ni dandeessa, barruu goodayyaa harkisii ittaansuudhaan barruu kee barreesi yookin maxxansi.

Sajoo

Barruu Goodayaaf Sarjaa Tolchuu