Guddisii

Agarsiisa argii galmee ammee ni hir'isa yookiin ni bal'isa. Xiyya sajootti aanee jiruu cuqaasi Guddissi kamshaa. banuuf

Sajoo

Guuddisi

Sajoo

Dinqisiisuu (LibreOffice Toorii keessaa fi Mul'anno Islaayidii Guddisuu)

Faaran Guddisi

Hammamtaa islaayidii ammee harka lamaan agarsiisa.

Meeshaa Faaran Guddisuu ni dandeessa goodayyaa rektaangilii moggee bal'ina barbaaddetti bal'isuun harkisi.

Sajoo

Faaran Guddisi

Faaran Xinneessi

Hammamtaa ammee islaayidii walakkaa isaa agarsiisa.

Sajoo

Faaran Xinneessi

Guddisi 100%

Islaayidii hangamtaa isaatiin agarsiisa.

Sajoo

Guddisi 100%

Guuddisuu Duraanii

Agarsiisa islaayidii gara qabata guddisuu duraan fayyadamteetti deebisa. DablataanisCtrl+Qoodduu(,) tuquu ni dandeessa.

Sajoo

Guuddisuu Duraanii

Guddisuu ittaanu

Gocha ajajaa Guddisuu Duraangaabbi. Dabalataanis+Tuqaa(.).

Sajoo

Guddisuu ittaanu

Entire Page

Islaayidii mara argii keetirratti mul'isa.

Sajoo

Entire Page

Page Width

Bal'ina islaayidii guutuu mul'isa. Fiixeen islaayidii irraa fi jalaa mul'achuu dhiisu ni danda'a.

Sajoo

Page Width

Optimal View

Akka wantoota hundaa islaayidaa islaayidii irratti hammatu agarsiisa hangamtaa jijjiira.

Sajoo

Optimal View

Wanta Guddisuu

Wanta(oota)filattef akka tolu hagamtaa agarsiisaa jijjiira.

Sajoo

Wanta Guddisuu

Shift

Islaayidii LibreOfficefooddaa waliin sochoosa. Qaree islaayidirra kaa'i, islaayidii sochsuuf harkisi. Wayita hantuutti gadhiistu, meeshaan dhumarratti fayyadamtu ni filatama.

Sajoo

Shift