Hir`isuu

Idicha wanta fillatammee idicha gara gadjalaa wantaattii argamuu irraa hir`isa.

Ajaja kana bira gahuuf...

Fooyyeessi - Bocaawwan - Hir'isi filadhu (LibreOffice Fakkaasa qofa)

Wantoota lama yookaan lama ol filadhu, baafata halqaraa bani itti aansuun Bocaawwan - Hir'isi filadhu


Iddoowwan wantoota gidduu jiran hundii ni eegamuu.

wantoota walitti makuu fi Bocawwan kaasuu wantoota walitti makuu fi Bocawwan kaasuu