Bobboca

Wantoota filatamman lamaa fi lamman olii irraa boca uumaa.

Ajaja kana bira gahuuf...

Foyyeessi - Bocaawwan filadhu (LibreOffice Fakkaasa qofa)

Wanta tokko yookin tokkoo ol fili halqara baafataa banii kanabooda Boca filadhu


Bobbocnii amaloota wanta gara gadii sadarkaa tartiiba keessa jiran fudhata.

Maki

Iddichii wanta filatamee gara gadjala iddoo wanta filannoo kessattii dabala. Ajajnii kunii wantoota walitti dachaafaman waliin akka garittii fayyada.

Hir`isuu

Idicha wanta fillatammee idicha gara gadjalaa wantaattii argamuu irraa hir`isa.

Gidduuttii kuttuu

Iddoo walittii dachaafammaa wantoota filatamman irraa bocca umma.