Agarsisoota Islaayidii Baratamoo

Pirezenteshiinicha ammaa keessa islaayidoota fayyadamuun agarsiisaa islaayidii baratamoo hiika feedhii dubbistoota keeti guutuuf islaayidoota kaasuu dandeessa. Agarsiisoota islaayidii baratamoo hamma dandeessuu uumuu dandeesa.

Ajaja kana bira gahuuf...

Agarsiisa Islaayidii - Agarsiisa Islaayidii Baratamoo filadhu


agarsiisa islaayidii maamiloo uumuu

Maqaa dhiheessaa(wwan)

Agarsiisoota islaayidicha baratamoo jiran hunda tarreessa.

Agarsiisa islaayidii baratamoo uumuuf, Haaraa cuqaasi.

Agarsisaa Islaayidii Baratamoo Fayyadami

Agarsisaa islaayidii baratamoo yemmuu Eegali cuqaastuu filattee ademsiisa. Karaa birootiin, pirezenteeshiinin martii ni mula'ata.

Agarsiisa islaayidii bartamoo adeemsisuuf:

  1. Agarsisicha tarriicha keessaa fili kana booda Agarsiisa Islaayidii Baratamoo fayyadamii cuqaasi.

  2. Eegali cuqaasi.

Haaraa

Agarsiisa islaayidii baratamoo uumi.

Gulaali

Islaayidoota Ida'ii, haqi, yookiin deebisi sadarkeessi akkasumas maqicha islaayidii baratamoo filattee jijjiirii.

Haqi

Maalimaa ykn maalimoota filataman dhugoomsa osoo hin barbaadiin haqa.

Jalteessi

Garagalcha agarsiisa islaayidii uuma. Gulaalicuqaasuun maqicha agarsiisiicha fooyyeessuu dandeessa.

Eegali

Agarsiisii islaayidiichaa adeemsisa. Yoo pirezenteshinii baratamoo adeemsisuu barbaadee Agarsiisii Islaayidii Baratamoo fayyadamuu akka filattee mirkaneessii.

Cufi

Qaaqa cufee jijjiiramoota mara ol kaa'a.