Qindaa'inoota Agarsiisa Islaayidii

Qindaa'inoota agarsiisa islaayidii keetiif, hiika kam eessa irraa akka jalqabduu, haala islaayidoota keetii ittiin olaansituu, akka kuuwwan pirezenteshiini, fi dirqaloota qaree hunda dabalatee jechuudha.

Ajaja kana bira gahuuf...

Agarsiisa Islaayidii - Qindoominoota Agarsiisa Islaayidii filadhu


Hangii

Agarsiisicha islaayidii keessati islaayidootni kam fa'aan akka haammataman murteessa.

Islaayidoota hunda

Islaayidoota agarsisaa islaayidii keeti keessa jiran hunda hammata.

Irraa:

Lakkoofsicha islaayidiicha jalqabaa saagi.

Agarsisaa Islaayidii Baratamoo

Akkaataa sadarkiichaAgarsiisa - Islaayidii Agarsiisa - Islaayidii Baratamoo keessa hiikteen agarsiisa islaayidii baratamoo adeemsiisa.

Presentation Mode

Akaakuu agarsiisiicha islaayidii fili.

Full screen

Argii guutuun islaayidiicha ni mul'ata.

In a window

Agarsiisni islaayidii Foddaa sagantaa LibreOffice keessa hojjata.

Loop and repeat after

Gidduugala gocha afuurafannoo eerga murteesiteen booda agarsiisa islaayidii lamkaasi taasiisa. Afuurfannichi islaayidii islaayidicha maayyii fi jalqabaa gidduuti mula'ata. Agarsiisiichii dhaabsiisuuf furtuu ESC dhibi.

Turmaata Afuurfannoo

Irra deebi agarsisa islaayidichaan duratti turmaata afuurfannoo galchii. Osso afuurfannoo islaayidii hin mul'isin yeruuma sanitti debi'ee jalqaba.

Asxaa mul'isi

Asxaa LibreOffice Afuurfannicha islaayidii irratti mul'isa. Asaxiichii jijjiiramuu hin danda'uu.

Dirqaloota

Islaayidoota huujeekaan jijjiiri

Yemmuu sanduuqnii kuni filatamuu islaayidootni battaluumatti hin jijjiiraman.

Qaree hantuuttee mul'attuu

Yeroo agarsiisa islaayidii qaree hantuuttee mul'isti.

Qaree hantuuttee akka kobbetti

Yeroo pirezanteeshiinichaati akka islaayidii irrattii kasu dsandeesuutti qaree hantuuttee gara kobbetti jijjiira.

Sajoo Yaaddannoo

Anything you write with the pen will appear in your slides after exiting the slideshow. The properties of the pen can be changed by choosing the Pen Width or Change pen Color command in the context menu of the running slide show.


Sochiiwwan fakkiinaa haayyamaman

Faayiloota godayyoota sochiiwwan GIF fakkaafaman yeroo agarsiisa islaayidiichaa mul'isa. Yeroo dirqalii kuni filatamuu baate, faayilii godayyiicha duraa sochii GIF fakkaafamee qofaatuu mula'ata.

Duubbee irrattii cuqaasuun islaayidoota jijjiiri

Yemuu duubbee islaayidii irrattii cuqaastuu gara islaayidii itti anutti darba.

Pirezenteshiinii yeroo mara gubbarra

Foodaan LibreOffice yeroo pirezanteeshiinii gubbaa irratti hafa. Sagantaan biroo tokkoleen foodaa isaa pirezanteeshiini keetiin fuula duura hin mul'isu.

Multiple Displays

By default the primary display is used for slide show mode. If the current desktop is displayed on more than one display, you can select which display to use for full screen slide show mode. If the current desktop spans only one display, or if the multi display feature is not supported on the current system, you cannot select another display.

Presentation display

Select a display to use for full screen slide show mode.

If the system allows the user to span a window over all available displays, you can also select "All displays". In this case the presentation is spanned over all available displays.

Sajoo Yaaddannoo

Qindaa'inni kuni qindaayina fayyadamiichaa keessa malee keessa galmeetti ol hin kaa'amuu.