Quunnamtii
Yeroo agarsiisa islaayidii yommuu wantichii filatamee akkamitti amala akka agarsisuu hika.
Gocha yeroo cuqaasas hantuuttee
Yeroo agarsisa islaayidii yomuu wanticha filatamee cuqaastuu. gochiicha adeemsifamuu murteessa.
Gocha malee
Gochii hin uumamuu.
Islaayidii jalqabaati deemi
Agarsiisa islaayidii keessa islaayidii tokko gara boodaatti siqsa.
Gara islaayidii duuraatti deemi
Agarsiisa islaayidii keessa islaayidii tokkoo gara duuraatti sochoosa.
Gara islaayidii duuraatti deemi
Agarsiisa islaaidii keessa gara islaayidiicha duuraatti utaala.
Gara islaayidii maayyitti deemi
Agarsiisa islaaidii keessa gara islaayidiicha maayyiitti utaala.
Gara fuulaa yookin wantootti deemi
Gara islaayidiitti yookin wantoota maqeeffamani islaayidii keessa jiraniti utaala.
Akeeka
Islaayidoota fi wantoota itti akeekachuu dandeessuu tarressa.
Islaayidii / Wanta
Maqaa islaayidiichaa yookin wantichaa ilaaluu barbaaduu galchii.
Barbaadi
Islaayidicha yookin wantichaa ilaaluu barbaaduu galchii.
Gara galmeetti deemi
Yeroo agarsiisa islaayidii faayiliitti bana yookin agarsisa. Yoo faayiliiLibreOffice akka galmee akeekaati yomuu filatee fuula bantuu ilee murteessuu dandeessa.
Galmee
Iddoo galmee akeekaa hiiki.
Galmee
Faayilii banuu barbaaduutti xurree galchii ykn faayiliicha hundeessuf Iyyaafataa cuqaasi.
Iyyaafataa
Faayiliicha banuu barbaaduu agarsiisii.
Play audio
Plays an audio file.
Audio
Define the location of the audio file.
Audio
Enter a path to the audio file you want to open, or click Browse to locate the file.
Iyyaafataa
Locate the audio file you want to play.
If you did not install audio files with LibreOffice, you can run the LibreOffice Setup program again and select Modify.
Taphachiisi
Plays the selected audio file.
Sagantaa adeemsiisi
Yeroo agarsiisa islaayidii sagantaa jalqaba.
Sagantaa
Sagantaa
Sagantaa jalqabuu barbaaduutti xurree galchii, yookin saganticha hundeessuuf Iyyaafataacuqaasi.
Iyyaafataa
Sagantaa jalqabuu barbaaduu hundeessi.
Maakroo adeemsiisi
Yeroo agarsiisa islaayidii maakiroo hojjata.
Maakroo
Maakroo
Maakricha hojjachuu barbaadduuf xurree galichii, yookiin maakricha hundeessuuf Iyyaafata cuqaasi.
Iyyaafataa
Maakricha hojjachuu barbaaduu agarsiisi.
Dhiheessa bahinsaa
Dhiheessa fixa.
Gocha wantaa jalqabii
"Gocha wantoota jalqaba" OLE saagamaniif galfaticha filachuu dandeesa.
Gulaali
Wanticha haalata guulaalaatin bana.