Haala duuraanii irraa falleessuu

Sadarkaa tartibicha wantoota filatamanii haala filaatiin kaa`a.

Ajaja kana bira gahuuf...

Fooyyeessi - Qindeessi - Irradeebi filadhu(LibreOffice Fakkaasa qofa)

Halqara Baafataa Wanta filatamee baniiti Qindeessi - Irradeebi'ii filadhu

Kabala fakkasaa irratti, kamshaa Qindeessi bani itti aansuun cuqaasi:

Sajoo

Faallaa


Dalga kana kan filachuu dandessuu yoo mxiqqaate maaimoottiin fakkassaa lamma altokkottii yoo filatamman qofa dha.