Duuba wantaa

Wantichii filatamee gara duuba wanta ifteessuu barbaaddutti sochoosuun sadarkaa tartibichaa jijjiria.

Ajaja kana bira gahuuf...

Fooyyeessi - Qindeessi - Duuba Wantaa Filadhu (LibreOffice Fakkaasa qofa)

Halqara Baafataa Wanta filatamee baniiti kana booda Duuba - Wantaa Qindeesi filadhu

Kabala fakkasaa irratti, kamshaa Qindeessi bani itti aansuun cuqaasi:

Sajoocuqaasi

Duuba Wantaa


Wanta(oota) gara duuba wanta biraattii sochosuu barbaadduu filadhuu. Mirga- cuqasitii Qindessii - Duuba wanta filadhuu, kana booda wanta islaayidii kee kessaa cuqasii.

Sajoo Yaaddannoo

Wantoota qindeessuun sadarkaa tartiibicha wantoota galmee keetii keessa jiran hunda miidha.