Fulddura ajajaa wantaa

Wanticha filatamee gara fuuldura wanta ifteessiteettii sochoossuun sadarkaa tartibichaa jijjirii. Iddoo argicha wanta filatamee hin jijjiiramuu.

Ajaja kana bira gahuuf...

Fooyyeessi - Qindeessi - Fulduura Wantaatti Filadhu(LibreOffice Fakkaasa qofa)

Halqara Baafataa Wanta filatamee filadhuutiQindeessi - Fuuldura Wantichati filadhu

Kabala fakkasaa irratti, kamshaa Qindeessi bani itti aansuun cuqaasi:

Sajoo

Fulduura Wantaa


Wanta(oota) gara fuulduraattii sochosuu barbaadduu fili. Mirga-cuqasitii Qindessii - Fuuldura wantaa filadhuu, kana booda wanta islaayidii kee keessa jiru cuqaasi.