Mandheewwan Dhangii

Amaloota gabatee filamee, fakkeenyaaf, bocquuwwan, galteewwan bocquu, handarraalee, fi duubbee ifteessa.

Ajaja kana bira gahuuf...

Kabala Gabatee irraa, Amaloota Gabatee cuqaasi.


Bocquu

Dhangeessuu fi bocquu fayyamuu barbaaddu ifteessi.

Galteewwan Bocquu

Specify the font effects that you want to use.

Handaarawwan

Dirqalawwan handaaraa wantoota filatamani kan barreessaa ykn Calc qindeessa.

Duubbee

Halluu duubbee ykn saxatoo qindeessi.