Yeroo (jijjiiramaa)

Yeroo ammaa gara islaayidii keetitti akka dirree sirnaati saaga. Yeroon kuni hoguma sanati haarommasa.

Ajaja kana bira gahuuf...

Saagi - Dirreewwan - Sa'aatii(dhaabbataa) Filadhu


Dirree islaayidii kee keessati saagamee guulaaluf, dirrichi keessa fuuldura aritii tokkoffatti kaa'iti Dirreewwan - Guulaali filadhu.