Guyyaa(jijjiiramaa)

Guyyaa ammaa gara islaayidii keetiitti akka dirree jijjiiramaati saagi. Yommuu faayiliicha deebistee feetuu guyyaa yeruuma sanitti haaromsa.

Ajaja kana bira gahuuf...

Saagii - Dirree - Guyyaa (jijjiiramaa)filadhu


Dirree islaayidii kee keessati saagamee guulaaluf, dirrichi keessa fuuldura aritii tokkoffatti kaa'iti Dirreewwan - Guulaali filadhu.