Dirrewwan

Dirrewwan waliini kan islaayidii kee keessati saaguu andeessuu tarressa.

Islaayidii kee keessati yoo dirree gulaaluu barbaadde, dirricha fili kana booda Dirreewwan - Gulaali filadhu.

Ajaja kana bira gahuuf...

Saagi - Dirreewwan Filadhu


Baa (dhaabataa)

Guyyaa ammaa gara islaayidiitti akka dirree siranaati saaga. Guyyaa ofumaa isaatin hin haaromsu.

Guyyaa(jijjiiramaa)

Guyyaa ammaa gara islaayidii keetiitti akka dirree jijjiiramaati saagi. Yommuu faayiliicha deebistee feetuu guyyaa yeruuma sanitti haaromsa.

Yeroo (jijjiiramaa)

Yeroo ammaa gara islaayidii keetitti akka dirree sirnaati saaga. Yeroon kuni hoguma sanati haarommasa.

Yeroo (jijjiiramaa)

Yeroo ammaa gara islaayidii keetiitti akka dirree jijjiiramaati saagi. Yommuu faayiliicha debistee fetuu baan yeruuma saniti haarommamaa.

Barreessaa

Maqoota duuraa fi maayyii deetaa fayyadama LibreOffice keessaa tarreeeffama islaayidii ka'aatti saaga.

Lakkofsa Fuulaa

Inserts the page number into the current slide or page. If you want to add a page number to every slide, choose View - Master and insert the page number field. To change the number format, choose - Properties - Page tab and then select a format from the list in the Layout Settings area.

Maqaa faayilii

Maqicha faayilicha ka'aa saagi. Erga filicha olkeessee booda maqich qofaatuu mul'ata.