Islaayidoota/Wantoota Saagi

Faayiloota hunda yookiin maalimoota faayilicha keessaa saaguuf si gargaara.

Ajaja kana bira gahuuf...

Saagi - Faayilii Filadhu

Kamshaa Saagi irratti, cuqaasi

Sajoo

Faayilii


Faayilii keessaa maalimoota murta'an saaguuf:

  1. Click the plus sign next to the file name and select the elements you want to insert. Hold down to add to or Shift to expand your selection.

  2. Faayilii akka geessitutti yoo galfachuu barbaabaadee, geessituu.

  3. TOLEcuqaasi.

  4. Maalimootni akka irra islaayidiin walsiman safartuu kaasichaatti Eeyyeen cuqaasi yookiin hangamtaa maalimoota jalqabaa eegsisuuf Lakki cuqaasi

Geesiituu

Faayilii yookiin maalimoota faayilii tokko tokko yommuu maddi faayilii isaanii foyya'uu kan battalumati ammayya'uu akka geesituutii saaga.

Duubbeewwan itti hin fayyadamnee haqi

Hundatni fuuloota itti fayyadamuf hin taanee hin saagaman