LibreOffice 6.1 Help
Mandhee ka'aa olitti tarree haaraa saaga. Lakkoofsi tarreewwan saagaman lakkoofsa tarreewwan filaman waliin walgita. Tarreewwan dura turan gara gadiitti siqu.
Ajaja kana bira gahuuf...
Qabeentaa baafataa mandhee keessatti, Saagi - Tarreewwan filadhu