Irrantoo fi jalaantoo

Adds or changes text in placeholders at the top and the bottom of slides and master slides.

Ajaja kana bira gahuuf...

Mul'annoo - Irraantoo fi Jalaantoo Filadhu

Saagi - Lakkoofsa Fuulaa Filadhu

Saagi - Baraa fi Sa'aatii Filadhu


Qaaqnii Irrantoo fi Jalaantoo fuuloota caancala armaan gadii of keessa qaba:

Islaayidoota hundarratti irraantoofi jalaanto dhabatuu

Applying a Slide Design to a Master Slide

Header and footer dialog

Islaayidiirrattii dabali

Mamilimoota islaayidotaattii dabalkaman iftessa.

Jalaantoo

Barru saanduqaa barruu jalaantoo keessa saagdee gara jala islaayidiitti daabala.

Jalaantoo barruu

Barruu jala islaayiditii galchittee dabala.

Irraantoo

Barruu saanduqa Irraantoo barruu keessa sagdee sara guddaa islayiditti dabala.

Irraantoo barruu

Barruuu gubbaa islayiditti galchittee deabala.

Baraafi sa`aatii

Baraafi sa`aatii gara islayidittii dabala.

Dhaabbataa

Baraa fi sa`aatii saanduqa barruu kessattii galchittee mul`issa.

Jijjirama

Baraa fi sa`aatii islaayiidin ummee mul`isa. Tarree keessa dhangii baraa fli.

Afaan

Dhaangii baraa fi sa`aatiidhaaf afaanicha fili.

Lakkoofsa islaayidii / Lakkoofsa fuula

Lakkoofsa islaayidii/Lakkoofsa dabala.

Islaayidii tokkoffaa irrattii hin mul`isiin

Islaayidii tokkoffaa pirazanteshinii keetirattii odefannoo murta`ee kan kee hin mul`isuu.

Hundaaf fayyadamii

Applies the settings to all the slides in your presentation, including the corresponding master slides.

Fayyadami

Qinda`inoota amma islaayidoota filatamaniif fayyadama.