Murfisa

Ajajoota islaayidii walinii

Ajaja kana bira gahuuf...

Mul'annoo - Kamshaalee - Dhiheessa Filadhu


Islaayidii

Teessumma islaayidii

Opens a submenu with slide layouts.

Saxaaxi Islaayidii

Iddoo wixinee teessumaa islaayidii ammaaf filachuu dandeessuttti, qaaqa Saxaaxa Islaayidii mul'isa. Wantootni saxaxi islaayidicha keessa jiran hundi duubbee islaayidii ammaa keessa saagamu.

Duplicate Duplicate Slide

Islaayidii ammaa booda garagalch islaayidichaa galcha.

Islaayidii Baaldhisi

Tokkon tokkoon qaphxii toorii sadarkaa ol'anaa (matadure barreeffamaa toorii sadarkaawwan irraa sadarkaa tokko gadi suqun barresi) islaayidicha haaraa filatamee irraa islaayidii haaraa uuma. Tooriin barreeffamaa kuni mataduree islaayidii haaraa ta'a. Qaphxiiwwan toorii sadarkaa olaanaa jala islaayidicha jalqabaa irra jiran sadarkaa tokkoo gara islaayidicha haaraatti ce'uu.

Agarsiisa Islaayidii

Agarsiisa Islaayidiikee jalqabaa