Cross-fadingi

Boboca uumuudhaan dabalinsa walfakkataa ta`een wantoota fakkassaa lamma giddutii tamsaasa.

LibreOffice`n boboca giddu gala walittii aanan fakkasuun bu`aasaa gurmeessa.

Ajaja kana bira gahuuf...

Choose Gulaali - Diibaa-qaxxaamuraa (LibreOffice Qofa fakkasa)


Qindaa`inoota

Cross-fadingiif dirqaloota qindeessa.

Dabalinsa

Lakkofsa Boboca wantoota folataman lamaan gidduttii barbadu galcha.

Amaloota cross-fadi

Sararoota fi gatiinsa amaloota wantoota filatamaniif cross-fadingii fayyadama. Fakenyaaf, Yoo wantootnii filataman halluwwan garagaraan gutamaan, halun ce`uumsaa halluuwwan lamaa gidduttii faayidaara ola.

Qaabachiisa walfakkaatoo

Ce`uumsa Laafaa ta`ee wantoota filataman gidduttii fayyadama.