Export

Pirezenteshinii ykn fakkassaa kee alargii akkasummas dirqaloota alargii qindessii.

Ajaja kana bira gahuuf...

Faayilii - Arergii filadhuu


Dhangalla`oo faayila armaan gadii erga Olkaa'icuqaastee booda dirqaloota alergii sihaatu:

Galmee HTML, JPEG, SVM/WMF/PICT/MET, BMP, GIF, EPS, PNG, BPM, PPM, PGM .

Yoo "BALAQQEE SABQUNAMTTII MAAYKIROO (SWF)" akka dhangii faayilattii filattee, Impresiin ammaa Ykn galmee Fakkassaa gara dhangii meshalee sabqunnamtii maakirottiii alergamuu.

Yoo "Galmee HTML" akka dhangii faayilattii filatte, Masakni Alergii HTML ni mula`ata. Masakni kun gara ademsa alergittii sii qajelcha akkasummas darqaloota akkata pirasanteshinii kettii kessattii dhangii GIF ykn JPG dhaan olka`uuf gargaaran of kessaa qaba.

Qaaqa Alergii

Odeefannoo wa`ee gingilchoota Alaguu Fi Alergii