Ergaa-e makiinsa ergannoo

Specifies the user information and server settings for when you send form letters as e-mail messages.

Ajaja kana bira gahuuf...

Open a text document, choose - LibreOffice Writer - Mail Merge E-mail.


Odeeffannoo fayyadamaa

Odeeffannoo fayyadamaa yeroo ergaa-e ergitu fayyadamtu galchi.

Maqaa kee

Maqaa kee galchi.

Teessoo ergaa-e

Teessoo ergaa-e kee deebiiwwaniif galchi.

Deebiiwwan gara teessoo ergaa-e adda addaatti erga

Teessoo ergaa-e kan sanduuqa barruu teessoo deebii keessatti galchitu akka deebii teessoo ergaa-e ta'ee fayyada.

Teessoo deebii

Teessoo deebiiwwan ergaa-e fayyadan galchi.

Qindaa'inoota kaadimaa bahan(SMTP)

Qindaa'inoota kaadimaa ergaa-e bahuuf ifteessi.

Maqaa kaadimaa

Maqaa kaadima SMTP galchi.

Buufata

Buufata SMTP galchi.

Walidhaa golgame fayyadami

Yeroo jiru, walidhaa golgametti fayyadamuun ergaa-e erga.

Dhugoomsa Kaadimaa

Gongee dhaamsaa Dhugoomsa Kaadimaa bakka qindaa'inoota dhugoomsa kaadimaa ergaa-e golgameef ifteessitu bana.

Qindaa'inoota Yaali

Gongee dhaamsa Qindaa'inoota Eenyummeessaa Yaali qindaa'inoota ammee yaaluuf bana.