Maddawwan Amanamaa

Qindaa'inoota maakiroo eegumsaa ragaalee amanamaa fi bakkeewwan faayilii amanamaaf ifteessa.

Ragaalee amanamaa

Ragaalee amanamaa tarreessa.

Argi

Ragaa filatameef gongee dhaamsaa Ragaa Argi bana.

Balleessi

Ragaa filatame tarree ragaalee amanamaa keessaa balleessa.

Bakkeewwan amanamaa faayilii

Galmeen micros yoo bakkee armaan gadii tokko keessaa banaman qofa raawwatu.

Dabali

Gongee dhaamsaa filannoo ukaankaa bana. Ukaankaa kan macros hunduu irraa raawwachuu danda'an filadhu.

Balleessi

Ukaankaa tarree argama amanamaa faayilootaa keessaa filatame balleessa.