Walindhaalee

Akkaataa walindhaaleen gara maddaalee deetaatti pooled ta'an qindeessa.

Faasiliitiin Walindhaalee akka waliindhaaleen ammaaf hin barbaachifne haqamaniif fayyada, yeroo gabaabaaf hin xuqamu. Yeroo sanatti yoo waliindhaan deetaa kun barbaadame, isaaf waliindhaa haaraan fayyaduu danda'a.

Ajaja kana bira gahuuf...

Choose - LibreOffice Base - Connections.


Walindhaa pool gochuu

Walindhaa pooling dandeessifame

Akka walindhaaleen filataman pooled ta'an ifteessa.

Ooftuuwwan LibreOffice keessatti beekaman

Tarree ooftuuwwan qindaa'ee fi deetaa walindhaa mul'isa.

Ooftuu ammee

Ooftuun ammee filatame jala tarreetti mul'ata.

Ooftuu kanaaf pooling dandeessisi

Ooftuu tarree keessaa filadhuutii sanduuqa Ooftuu kanaaf pooling dandeessisi walindhaa isaa pool gochuuf mallattoo itti godhi.

Yeroola(sekoondiilee)

Yeroo sekoondii walindhaan pooled itti bilisa ta'u qindeessa. Yeroon jidduu sekondiilee 30 fi 3600 ta'uu danda'a.