Dirqaalaalee madda deetaa

Qindaa'inoota dimshaashaa kan maddaalee deetaa LibreOffice keessaa qindeessa.

Ajaja kana bira gahuuf...

Choose - LibreOffice Base.


Walindhaalee

Akkaataa walindhaaleen gara maddaalee deetaatti pooled ta'an qindeessa.

Kuusaalee deetaa

Galfatoota tarree kuusaalee deetaa galmaa'anitti Dabali, fooyyessi, yookiin balleessi. Kuusaa deetaa LibreOffice keessaa foddaa View - Data sources keessatti arguuf galmaa'uu qabda.

Reset

Resets changes made to the current tab to those applicable when this dialog was opened.