Teessuma Barruu Walxaxaa
Galmeelee teessuma barruu walxaxaa qabaniif dirqaalaalee qindeessa.
Tartiiba dhugoomsuu
Afaanota akka Thai keessatti, seerri akka qubeeleen muraasni qubeelee birootti aananii hin dhifne ifteessa. Yoo Tartiiba bahaa dhugoomsuu(SIC) dandeessifame, LibreOffice qubee isa biraatti aanee dhufu yoo seeraan dhorkame hin dandeessisu.
Tartiiba dhugoomsuutti fayyadami
Enables sequence input checking for languages such as Thai.
Daanga'aa
Prevents the use as well as the printing of illegal character combinations.
To'annoo qaree
Gosa sochii qaree barree fi barruu walmakaaf filannaa barruu(mirgaa-bitaa kan kallattii barruu bitaa-mirgaa wajjin walmake)filadhu.
Yaayaa
Furtuu xiyyaa mirgaa gad dhiibuun qaree barruu gara dhuma barruu ammeetti deemsisa. Furtuu xiyyaa bitaa gad dhiibuun qaree barruu gara jalqaba barruu ammeetti deemsisa.
Mul'ataa
Furtuu xiyyaa mirgaa gad dhiibuun qaree barruu gara harka mirgaatti deemsisa. Furtuu xiyyaa mirgaa gad dhiibuun qaree barruu gara dharka bitaatti deemsisa.
Dirqaalaalee dimshaashaa
Lakkofsota(barruu keessatti qofa)
Gosa lakkoofsa barruu keessatti , barruu waantotaa keessatti, badheelee, fi to'annoowwan, muraalee LibreOffice hunda keessatti fila. Qabiyyeewwan maadhee LibreOffice Calc qofatu hi tuqamne.
-
Arabic: Lakkoofsi hundaa mallattoo Arabaatiin mul'atu. Kun durtii dha.
-
Hindi: Lakkoofsi hunduu mallattoo Hindi tiin fayyadamuun mul'atu.
-
Sirna: Lakkoofsonni hundi mallattoolee Arabic yookiin Hindi dhaan mul'atan, akkaataa qindaa'inoota gitoo biyyaa.
Qindaa'inni kun tuujjee LibreOffice keessatti malee galmee keessatti ol hin kaa'amne.