Dirqaalaalee qindaa'ina afaanii

Afaanota dabalataaf amaloota qindeessa.

Sajoo Yaaddannoo

Caancalli fuulotaJapanese keessa barbaaduu fi Teessuma Asian yoo dirqaalli gargaarsa afaan Asian fuula caancala Afaanota keessaa kaka'ee fi gongeen dhaamsaa Dirqaalaalee ammas baname qofa mul'ata. Fuulli caancala Teessuma barruu walxaxaa kan mul'atu yoo gargaarsi CTL dandeessifame qofa dha.


Ajaja kana bira gahuuf...

Choose - Language Settings.


Afaanota

Afaanota durtii fi qindaa'inoota gitoo biyyaa biroo galmeeleef qindeessa.

Gargaarsa barreessuu

Amaloota to'annoo qubee, waa dhugoomsaa fi murfisaa ifteessa.

Japanese keessa barbaachuu

Dirqaalaalee barbaachaa Japanese ifteessa.

These commands can only be accessed after you enable support for Asian languages in - Language Settings - Languages.

Teessuma Asian

Qindaa'inoota durtii typographic barruu Asian dhaaf qindeessa.

These commands can only be accessed after you enable support for Asian languages in - Language Settings - Languages.

Teessuma Barruu Walxaxaa

Galmeelee teessuma barruu walxaxaa qabaniif dirqaalaalee qindeessa.

Reset

Resets changes made to the current tab to those applicable when this dialog was opened.