Maaykiroosooft office

Specifies the settings for importing and exporting Microsoft Office documents.

Ajaja kana bira gahuuf...

Choose - Load/Save - Microsoft Office.


Embedded Objects

The Embedded Objects section specifies how to import and export Microsoft Office OLE objects.

Qindaa'inootni kunneen yeroo kaadimni Microsoft OLE hin jirre (fakkeenyaaf,UNIX keessatti) yookiin yeroo LibreOffice OLE gulaala waantota OLE hin jirre raawwatu.

Yoo kaadhimaan OLE wanta ida'ameef ka'aa ta'e, kaadhimaan OLE wanticha to'achuuf fayyada.

Yoo kaadhimaan OLE wanta MathType ka'aa ta'e, idaatii wanta MathType gara wanta LibreOffice Math jijjiiramuu danda'a. Jijjiirraa kanaaf, idaatiin wanta MathType garuu MathType 3.1 caaluu hin qabu.

Sanduuqa tarree

The List Box field displays the entries for the pair of OLE objects that can be converted when loading into LibreOffice (L) and/or when saving into a Microsoft format (S).

Sanduuqa sarjaa [L] keessaa galfata fuulduratti yoo waanti Microsoft OLE waanta OLE LibreOffice eerametti jijjiiramuuf jedhu yeroo galmeen Microsoft LibreOffice tti fe'amu mallatteessi.

Sanduuqa sarjaa [S] keessaa galfata fuulduratti yoo waanti Maayikiroosooftii OLE waanta OLE LibreOffice eerametti jijjiiramuuf jedhu yeroo galmeen gita Maayikiroosooftii tiin olkaa'amu mallatteessi.

Character Background

Microsoft Office has two character attributes similar to LibreOffice character background. Select the appropriate attribute (highlighting or shading) which you would like to use during export to Microsoft Office file formats.