Shallagi

Wardiileedhaaf qindaa'inoota shallaggii qindeessa. Amaloota wardiilee wabiilee deddeebi'oodhaan, qindaa'inoota guyyaatiin, iddoowwan deesiimaaliitiin, akkasumas yoo guddaan jalqabuu yookiin qubeeleen xixiqqaa yeroo wardiilee keessa barbaadan ilaalcha keessa galan qindeessa.

Ajaja kana bira gahuuf...

Open a spreadsheet document, choose - LibreOffice Calc - Calculate.


Wabiilee deddeebi'oo

Kutaa kana keessatti lakkoofsa tilmaama tartiibaalee yeroo shallaggii deddeebi'oo raawwatan daangessuu dandeesa. Dabalaanis, sadarkaa sirrummaa deebii ifteessuu dandeessa.

Deddeebii

Akka foormulaawwan wabiilee deddeebii waliinii (foormulaa hanga rakkoon hiikamutti hanga dhumaatti deddeebi'an) deddeebii muraasaan booda shallagamu ifteessa. Yoo sanduuqni Deddeebii mallattaa'uu baate, wabiin deddeebii gabatee keessaa ergaa dogoggoraa uuma.

Fakkeenyaaf: Gatii waantaa ashuuraa dabalataa malee shallaguu.

  1. Barruu 'Gatii gurgurtaa' maadhee A5 keessatti, barruu 'Net' maadhee A6 keessatti, fi barruu 'shuuraa gatii dabalataa' maadhee A7 keessatti barreessi.

  2. Amma gatii gurgurtaa (fakkeenyaaf, 100) maadhee B5 keessatti barreessi. Gatiin dhumaa maadhee B6 keessatti mul'achuu qaba akkasumas gatiin dabalata ashuuraa B7 keessatti mul'achuu qaba.

  3. Gatiin dabalata ashuura akka 'gatii dhumaa si'a 15%' dhaan shallagamuu fi akka gatii gurgurtaa irraa gatii dabalata ashuura hir'isuun gatii dhumaa argattu beekta. Foormulaa =B5-B7 B6 keessatti gatii dhumaa shallaguuf barreessi, akkasumas Foormulaa =B6*0.15 B7 keessatti gatii dabalata ashuuraa shallaguuf barreessi.

  4. Foormulaawwan sirriidhaan shallaguuf deddeebii bani, yoo ta'uu baate ergaa dogoggoraa 'Hirkoo gamhundaa' kabala Haala keessatti mil'ata.

A

B

5

Gatii gurgurtaa

100

6

Dhuma

=B5-B7

7

Ashuuraa

=B6*0.15


Tartiibota

Lakkoofsa tartiiba deddeebii fiixee qindeessa.

Jijjiirama xiqqaa

Garaagarummaa bu'aalee tartiiba deddeebii lama walitti aanan ifteessa . Yoo bu'aan deddeebii gatii jijjiirama xiqqaa irra gadaanaa ta'e, deddeebiin sun achumaan dhaabbata.

Guyyaa

Jijjiirraa keessaa guyyoota irraa gara lakkoofsotaatiif guyyaa jalqabaa filadhu.

12/30/1899 (durtii)

12/30/1899 akka duwwaatti kaa'a.

01/01/1900 (StarCalc 1.0)

1/1/1900 akka duwwaatti kaa'a. Wardiilee StarCalc 1.0 galfatoota guyyaa qabataniif qindaa'ina kana fayyadami.

01/01/1904

1/1/1904 akka duwwaatti kaa'a. Wardiilee gita alaatiin alaa galaniif qindaa'ina kana fayyadami.

Qub-suukanummaa

Akka qubee guddaa fi xiqqaa yeroo qabiyyeewwan maadhee waldorgomsiistu barruu keessatti addaan baastu ifteessa.

Fakkeenya: Maadhee A1 keessatti barruu 'yaalii' barreessi; akkasumas barruu 'yaalii' B1 keessattis. Achiin foormulaa "=A1=B1" maadhee C1 keessatti barreessi. Yoo sanduuqni qub-suukana mallattaa'e, SOBA maadhee keessatti mul'ata; yoo ta'uu baate, DHUGAA maadhee keessatti mul'ata.

Sajoo Yaaddannoo

Dalagaan sirrii barruu hoggayyuu qindaa'inoota gongee dhaamsaa kana alatti qub-suukannaa dha.


Sajoo Ofegannoo

Disable case sensitivity for spreadsheets that need to be interoperable with Microsoft Excel.


Sirrummaa akka mul'atutti

Akka shallaggii gatiilee sissiqanii wardii keessatti mul'atanitti fayyadamuun hojjettu ifteessa. Taattoowwan gatii agarsiifamaniin mul'atu. Yoo dirqaalli Sirrummaa akka mul'atutti mallattaa'uu baate, lakkoofsi mul'atan ni sissiqu, haa ta'u malee keessatti akka lakkoofsa lakkoofsa hin sissiqiniin fayyadamuun shallagmu.

Ulaagaan barbaachaa = fi <> maadheelee guutuuf raawwachuu qaba

Akka ulaagaan barbaachaa dalagaalee kuusaa deetaa Calc keesse maadhee guutuu sirrumaan simu ifteessa. Yeroo sanduuqni Ulaagaan barbaachaa = fi <> maadheelee guutuuf raawwachuu qaba mallattaa'u, LibreOffice Calc yeroo maadheelee dalagaalee kuusaa deetaa keessa barbaadu amala sirrumaan MS Excel wajjin walfakkaatu agarsiisa.

.* qubannoo armaan gadii keessatti:

Bu'aa barbaachaa:

win

win, garuu win95 miti, 0s2win, yookiin upwind barbaada

win.*

win, garuu win95 miti, 0s2win, yookiin upwind barbaada

.*win

win fi os2win, garuu win95 yookiin upwind miti barbaada

win.*

win, win95, os2win, fi upwind barbaada


Yoo Ulaagaan barbaachaa = fi <> maadheelee guutuuf raawwachuu qabadandeessifamuu baate, sarxaan barbaacha "win" akka ".*win.*" tti hojjeta. Sarxaan barbaacha yeroo dalagaalee kuusaa deetaa Calc dhaan barbaadnu maadheelee keessatti qubannoo kamiyyuu qabaachuu danda'a.

Sajoo Ofegannoo

Enable whole cell match for spreadsheets that need to be interoperable with Microsoft Excel.


Enable wildcards in formulas

Specifies that wildcards are enabled when searching and also for character string comparisons.

Sajoo Ofegannoo

Enable wildcards in formulas for spreadsheets that need to be interoperable with Microsoft Excel.


Himannaa sirraawaa foormulaawwan keessatti dandeessisi

Specifies that regular expressions instead of simple wildcards are enabled when searching and also for character string comparisons.

Sajoo Ofegannoo

Do not enable regular expressions in formulas for spreadsheets that need to be interoperable with Microsoft Excel.


No wildcards or regular expressions in formulas

Specifies that only literal strings are used when searching and also for character string comparisons.

Sajoo Ofegannoo

Do not disable wildcards in formulas for spreadsheets that need to be interoperable with Microsoft Excel.


Ufmaan asxaalee sarjaa fi tarree barbaadi

Akka barruu maadhee kamiiyyuu keessa jiru akka asxaa sarjaa barruu jalaatti yookiin tarree mirga barruutti fayyadamuu dandeessu ifteessa. Barruun yoo xiqqaate jecha tokkoo qabaachuu fi ogeejjii kamiyyuu qabaachuu dhiisuu qaba.

Fakkeenya: Maadheen E5 barruu "Europe" qabata. Gaditti, maadhee E6 keessatti, gatii 100 tu jira akkasumas maadhee E7 keessa gatii 200 tu jira. Yoo sanduuqni Ufmaan asxaalee sarjaa fi tarree barbaadi mallattaa'e, foormulaa armaan gadii maadhee A1: =SUM(Europe) keessatti barreessuu dandeessa.

Limit decimals for general number format

You can specify the maximum number of decimal places that are shown by default for cells with General number format. If not enabled, cells with General number format show as many decimal places as the column width allows.

Iddoowwan deesiimaalii

Defines the number of decimals to be displayed for numbers with the General number format. The numbers are displayed as rounded numbers, but are not saved as rounded numbers.