Dirqaalee Calc LibreOffice
Qindaa'inoota garaagaraa wardiilee, qabiyyee mul'atan, akkasumas kallattii qaree galfata maadhee boodaa qindeessa. Tarree tartiibaa, lakkoofsa bakka deesiimaalii murteessuu fi qindaa'inoota waraabbii fi jijjiirraa shooluu qindeessuus dandeessa.