Duubee

Duubee galmeelee HTML dhaaf ifteessa. Duubeen galmeelee HTML haaraa fi kan ati feetu lachuufuu , hanga duubee mataasaanii hin qindeeffannetti ni raawwata.

Odeeffannoo dabalataa

Ajaja kana bira gahuuf...

Open an HTML document, choose - LibreOffice Writer/Web - Background.