Gooddayyaa ufmaanii

Qindaa'inoota goodayyaa kan ufmaan waantota saagamanitti dabalaman ifteessa.

Ajaja kana bira gahuuf...

Open a text document, choose - LibreOffice Writer - AutoCaption.


Goodayyaa ufmaan yeroo saaguu dabali

Gosa waanta kan qindaa'inootni Goodayyaan ufmanii raawwatan filadhu.

Goodayyaa

Dirqaalaalee gosa waanta filatamanii irratti raawwatan qindeessa. Dirqaalaaleen kunneen warra baafata Saagi - Goodayyaa keessa jiran, kan yeroo waanti filatamu argamu wajjin walfakkaatu. Qindaa'inootaa gaditti gola durargii waantaa, gosa lakkoofsaa wajjin jiru.

Gola

Specifies the category of the selected object.

Lakkoofsuu

Specifies the type of numbering required.

Addaan baasaa

Defines the character to be displayed after the number of the heading or chapter level.

Gita hojii

Determines the position of the caption with respect to the object.

Goodayyaa boqonnaan lakkoofsuu

Gulantaa

Specifies the headings or chapter levels where you want the numbering to start.

Defines the character to be displayed after the number of the heading or chapter level.

Golaa fi gita goodayyaa

Haalata qubee

Haalata qubee ifteessa.

Handaaraa fi gaaddidduu raawwadhu

Applies the border and shadow of the object to the caption frame.