Bocquuwwan bu'uuraa

Specifies the settings for the basic fonts in your documents.

You can also change the basic fonts for Asian and complex text layout languages if their support is enabled in - Language Settings - Languages.

Qindaa'inoonni kunneen bocquuwwan bu'uraa qajojii murtaa'aniif qindeessu. Qajojiilee barruu durtii fooyyessuus yookiin maamileessuus dandeessa.

Ajaja kana bira gahuuf...

Open a text document, choose - LibreOffice Writer - Basic Fonts (Western).

Open a text document, choose - LibreOffice Writer - Basic Fonts (Asian). Asian language support must be enabled.


Bocquuwwan bu'uuraa

Durtii

Specifies the font to be used for the Default Paragraph Style. The Default Paragraph Style font is used for nearly all Paragraph Styles, unless the Paragraph Style explicitly defines another font.

Hanga

Hanga bocquu ifteessa.

Mata duree

Specifies the font to be used for headings.

Tarree

Specifies the fonts for lists and numbering and all derived styles.

Yeroo keeyyata lakkoofsaan yookiin arfii rasaasaatiin galmee barruu keessatti tottochitu, sagantaan akkaataalee keeyyataa kunneen ufmaan ramada.

Goodayyaa

Specifies the font used for the captions of images and tables.

Kasaa

Specifies the font used for indexes, alphabetical indexes, and tables of contents.

Waaltina

Gatiiwwan mul'atoo qaaqa keessaa gara gatiiwwan ijaarsa durtiitti deebisee haaromsa.

Sajoo Ofegannoo

Osoo durtiiwwan irra deebi'anii hin naqamiin dhugoomsi hin mul'atu.