Gaheenya
Dirqaalee kan sagantaalee LibreOffice akka caalaatti fayyadamtoota sirriitti arguu hin dandeenye yookiin rakkoo biroo qaban gaheenya kennan qindeessa.
Dirqaalaalee walmakee
Dirqaalee gaheenyaa qindeessa.
Support assistive technology tools (program restart required)
Miyoo gargaarsaa kan akka dubbistoota argii alaa, meeshaalee Braille yookiin meeshaa gala dubbii beeksisaa fayyadamuuf si dandeessisa. Gargaarsa dura JRE kompiwutara kee irratti ijaaramuu qaba.
Qaree filannoo barruu galmee filadhuu galmee dubbisqofa keessatti fayyadami
Galmee dubbisqofa keessatti qaree mul'isa.
Allow animated images
Previews animated graphics, such as GIF images, in LibreOffice.
Barruu fakkinaa eeyyami
Barruu sochii fakkaatu kan akka dhangi'aa fi marfata LibreOffice keessatti duragarsiisa.
Dirqaalaalee danaa addaadoo alaanaa
Addaadoon olaanaa qindaa'ina sirna dalagaa kan changes the system color scheme to improve readability. You can decide how LibreOffice uses the high contrast settings of the operating system.
Handaaronni maadhee fi gaaddidduuwwan hoggayyuu yeroo haalatni rukkina olaanaa kaka'e halluu barruutiin mul'atu. Halluun duubee maadhees ni dhiisama.
Haalata addaadoo olaanaa sirna dalagaa ufmaan adda baasi
LibreOfficeyeroo halluun dubee sirnaa garmalee gurraacha'e gara haalata addaadoo alaanaatti dabarsa.
Mul'isa argiitiif halluu bocquu ufmaanii fayyadamii
Bocquuwwan LibreOffice qindaa'inoota halluu sirnaatiin fayyadamuun mul'isa. Dirqaalli kun mul'isa argii qofa miidha.
Durargii fuulaatiif halluuwwan sirnaa fayyadami
Qindaa'inoota addaadoo olaanaa sirna dalagaa durargiiwwan fuulaa irratti raawwata.