Dirqaalaalee Maxxansaa

Qindaa'ina dirqaalaalee maxxaansaa ifteessa.

Ajaja kana bira gahuuf...

Choose - LibreOffice - Print.


Deetaa xinnaateen saffisaan maxxansuu

Deetaa maxxansaa hir'isa

Hanga deetaa maxxaansaatti ergamu hir'isuu dandeessa. Deetaa maxxansaa hir'isuun saffisa maxxansaa dabala sababni isaas faayilootni maxxansaman ni xiqqaatu. Kun maxxansaawwan kuufannoo xiqqoo qabaniif salphisa. Deetaa maxxansaa hir'isuun xiqqoo ishee qulqullina maxxansaa xiqqeessa.

Qindaa'inoota kan

Specifies whether the print settings apply to direct printing or to printing to a file.

Iftooma hir'isi

Yoo badhee kana mallatteessite waantonni ifoon akka baratamaatti maxxana, waantonni iftoo hin taane immoo akka filannoo kee qabduulee dirqaalaa lamaan armaan gadiiti.

Sajoo Yaaddannoo

Iftoominni kallachaan maxxansaatti bahuu hin danda'u. Bal'inni galmee kan iftoomni keessatti mul'atu kanaafuu hogayyuu akka bitmaps shallagamee gara maxxansaa ergama. Hanga bitmaps fi rukkina maxxansaa irratti hundaa'uudhaan deetaan guddaa argamuu danda'a.


Ufmaan

Specifies that the transparency is only printed if the transparent area covers less than a quarter of the entire page.

Iftoominni hin jiru

With this option transparency is never printed.

Suurxiqqoota hir'isi

Specifies that bitmaps are printed with reduced quality. The resolution can only be reduced and not increased.

Qulqullina maxxansaa guddaa/baratamaa

High print quality corresponds to a resolution of 300dpi. Normal print quality corresponds to a resolution of 200dpi.

Rukkaa

Specifies the maximum print quality in dpi. The resolution can only be reduced and not increased.

Waantota ifaa dabali

If this field is marked, the reduction in print quality for bitmaps also applies to the transparent areas of objects.

Reduce gradient

If this field is marked, gradients are printed with reduced quality.

Tamsaasa gargaartoo

Specifies the maximum number of gradient stripes for printing.

Halluu jidduu

Specifies that gradients are only printed in a single intermediate color.

Halluuwwan gara saxxiillaatti jijjiira

Specifies that all colors are printed only as grayscale.

Of eeggannoo maxxansaa

Defines which warnings appear before printing begins.

Hanga waraqaa

Mark this check box if a certain paper size is needed for printing the current document. If the paper size used in the document is not provided by the current printer, you will receive an error message.

Qaabachiisa waraqaa

Mark this check box if you need a certain paper orientation for printing the current document. If the format used by the current document is not available from the printer, an error message will appear.

Iftooma

Mark this check box if you always want to be warned if transparent objects are contained in the document. If you print such a document, a dialog appears in which you can select if the transparency is to be printed in this print instruction.