Bocquuwwan
Bocquu filannoo bocquu keetiin bakka buusa. Bakka buusni kan bakka bocquu bakka buusu yeroo argii irratti mul'ate yookiin yeroo maxxansaa qofa dha. Bocquu murtaa'e tottolcha galmee kee keessaa hin jijjiiru.
Yoo barbaadde, bakka buusa durtii bocquu kan sirni dalagee kee fayyadamu yeroo bocquu hin jirre galmee keessaa mudatu faccisa.
Bakka buusni bocquu argama bocquuwwan wal quunnama fayyadama LibreOffice keessa jiran miidha.
Gabatee bakka buusaa raawwata
Qindaa'inoota bakka buusuu qindeessitu dandeessisa.
Gabatee bakka buusuu
Bocquu jalqabaa fi kan isa bakka buusu tarreessa. Hoggayyuu filadhuutii bocquu argii fi bocquu maxxansaa, yoo bocquun jalqabaa sirna kee keessatti yoo ijaaramellee bakka buusa. Bocquu argii qofa bakka buusuuf Argii qofa filadhu.
Yeroo mara haalojii |
Haalojii qofa argii |
Gocha bakka buusuu |
mirkanaa'e |
bakka duuwwaa |
Bocquu argii irratti bakka buusuu fi yeroo maxxansaa, akka bocquun ijaarame ykn akka hin ijaaramne. |
mirkanaa'e |
mirkanaa'e |
Argii qofa irratti bocquu bakka buusuuf, akka bocquun ijaarame ykn akka hin ijaaramne. |
bakka duuwwaa |
mirkanaa'e |
Argii qofa irratti bocquu bakka buusuuf, garuu yoo bocquun hin jiru ta'e qofa. |
bakka duuwwaa |
bakka duuwwaa |
Bocquu argii irratti bakka buusuu fi yeroo maxxansaa, garuu yoo bocquun hin jiru ta'e qofa. |
Bocquu
Maqaa bocquu bakka buusuu barbaaddu filadhu yookiin galchi.
Wajjin galchi
Maqaa bocquu ittiin bakka buusuu barbaaddu filadhu yookiin galchi.
Raawwadhu
Bakka bu'iinsa bocquu filatame raawwata.
Raawwadhu
Balleessi
Bakka bu'insa bocquu filatamee balleessa.
Balleessi
Qindaa'inoota bocquu HTML fi Maddawwan bu'uuraatiif
Bocquu fi hanga bocquu argama HTML fi madda lakaddaa bu'uuraatiif filadhu.
Bocquuwwan
Bocquu fi hanga bocquu argama HTML fi madda lakaddaa bu'uuraatiif filadhu.. Bocquu mijaawaa ufmaan arguuf Automatic filadhu.
Bocquu gitaalaa qofa
Bocquuwwan gitaalaa qofa sanduuqa tarree Bocquuwwan mul'isuuf dhugoomsi.
Hanga
Hanga bocquu argama HTML fi madda lakaddaa bu'uuraatiif filadhu.