Dimshaasha

Qindaa'inoota dimshaashaa LibreOffice dhaaf ifteessa.

Ajaja kana bira gahuuf...

Choose - LibreOffice - General.


Gargaarsa

Amala gargaarsa ijaaramee ifteessa.

Qajeelcha dabalataa

Yeroo qaree saajoo,ajaja baafataa yookiin to'annoo irra keessu barruu gargaarsaa agarsiisa.

Gongeelee dhaamsaa Bani/Olkaa'i

Gongeelee dhaamsaa LibreOffice fayyadami

Akka gongeelee dhaamsaa LibreOffice galmeelee banuu fi olkaa'uuf fayyadan ifteessa. Yoo ta'uu baate gongeelee dhaamsaa sirna dalagaatu fayyada.

Gongeen dhaamsaa LibreOffice kan galmeelee banuu fi olkaa'uu Gargaarsa LibreOffice keessatti ibsamu.

Haalata galmee

Maxxansi haalata "galmee fooyya'e" godha

Akka maxxansi galmee akka fooyya'iinsaatti lakkaa'amu ifteessa. Yeroo dirqaalli kun mallattaa'e, yeroo itti aanu yoo galmeen cufamu akka fooyyeen olkaa'amu gaafatamta. Guyyaan maxxansaa achumaanis amaloota galmee keessa akka jijjiiramaatti galfama.

Bara(dijiitii lama)

Daangaa guyyaa kan sirni keessaa bara dijiitii lamaa baru qindeessa.

LibreOffice keessatti, barootni dijiitii afuriin agarsiifamu, kanaafis garaagarummaan 1/1/99 fi 1/1/01 jidduu jiru waggaa lama dha. Qindaa'inni Bara (dijiitii lamaa) kun akka fayyadamaan baroota guyyootni dijiitii lamaa 2000tti dabalaman qindeessuu dandeessisa. Ibsuuf, yoo guyyaa 1/1/30 yookiin booda ifteessite, galfatni "1/1/20" akka 1/1/1920 beekamuu osoo irra jiruu akka 1/1/2020 tti beekama.

Help Improve LibreOffice

Collect usage data and send it to The Document Foundation

Send usage data to help The Document Foundation improve the software usability. The software development team is interested in information about the usage pattern of LibreOffice. This data helps to improve the usability of the applications, by identifying the most frequently used sequences of commands while performing common tasks, and in return, design a user interface that is easier to use and more productive. The usage data is sent anonymously and carry no document contents, only the commands used.