Daandiilee gulaali
Gongee dhaamsaa Daandiilee gulaali keessatti, ukaankota warra LibreOffice keessa jiran filachuu dandeessa.
Daandiilee
Tarree daandiilee warra durumaan dabalaman qabata. Faayiloota haaraaf daandii durtii asxeessi.
Dabali
Gongee dhaamsaa Daandii Filadhu ukaankaa biraa filachuuf yookiin gongee dhaamsaa Bani faayilii biraa filachuuf bana.