Daandiilee

This section contains the default paths to important folders in LibreOffice. These paths can be edited by the user.

Ajaja kana bira gahuuf...

Choose - LibreOffice - Paths.

Choose Tools - AutoText - Path.


Daandiilee LibreOffice tiin fayyadaman

To modify an entry in this list, click the entry and click Edit. You can also double click the entry.

Durtii

Qabduun Durtii galfatoota filataman hundaaf daandiilee dursanii murtaa'an haaromsa.

Gulaala

Daandii filadhu mul'isuuf cuqaasi yookiin gongee dhaamsaa Daandiilee gulaali .

Kabala turjii Gosa keessaa cuqaasuudhaan tartiiba galfatootaa jijjiiruu dandeessa. Dalgeen turjichaa addaan baasaa turjiilee giddu jiru antuuteen deemsisuun jijjiiramuu danda'a.

Tarree daandiilee armaan gadii keessaa, daandiileen ukaankota yagutoo bakka galoo LibreOffice itti ijaaraman, hin agarsiifamne. Deetaan fayyadamaa tokkoon tokkoo fayyadamaatiif galoo {user} keessatti kuufama, kan galoo argamu.

Gosa

Xurree

Ibsa

Galmeelee koo

Durtii ukaankaa galmee sirna keetii

Ukaankaa kana yeroo jalqaba gongee dhaamsaa Bani or Olkaa'i waamtu arguu dandeessa.

Ofiin sirreessaa

Ukaankaan kun barruu Ofiin sirreessaa mataa keetii kuusa.

Barruu Ofmaa

Ukaankaan kun barruu Ofiin sirreessaa mataa keetii kuusa.

Kuusaa faayaa

Dhamsoonni kuusaa faayaa haaraa ukaankaa kana keessatti kuufama.

Saxatoowwan

Ukaankaan kun kan mul'atu yeroo jalqaba gongee dhaamsaa banumsaa yookiin olkaa'umsaa wanta saxaatoo waamtu dha.

Dilboota

Dilbiin garagalcha ufmaa galmeelee asitti kuufama.

Qajojiilee

Ukaankaa kana keessatti qajojiilee matii keetii kuusuu dandeessa.

Faayiloota ammaafii

Kun bakka LibreOffice faayiloota ammaafii isaa itti kaa'u dha.

Classification

LibreOffice reads the TSCP BAF policy from this file.