Dimshaasha

Kutaa Dimshaasha keessatti, galmee olkaa'uuf duraantaa qindaa'ootaa filachuu dandeessa, akkasumas duraantaa dhangii faayilii filachuu dandeessa .

Ajaja kana bira gahuuf...

Choose - Load/Save - General.


Sajoo Ofegannoo

Some options cannot be reset once edited. Either edit back the changes manually or click Cancel and reopen the Options dialog.


Fe'i

Qindaa'inoota fayyadamaan dangaa'an galmee wajjin fe'i

Qindaa'inoota fayyadamaan dangaa'an kan galmee wajjin olkaa'aman fe'a.

Yoo Qindaa'inoota fayyadamaan dangaa'an galmee wajjin fe'i filatamuu baate, qindaa'inootni fayyadamaan daanga'an kan armaan gadii ammallee ni argamu:

Qindaa'inootni armaan gadii hoggayyuu galmee waliin feamu, dirqalli kun mallattaa'us baatus:

Qindaa'inoota maxxansaa galmee wajjin fe'i

Yoo dandeessifame, qindaa'inootni maxxansaa galmee wajjin fe'amu. Kun akka galmeen maxxansaa fagoo jiru irratti maxxansamu taasisa, yoo ati maxxansaa ofiin gongee dhaamsaa maxxansaa keessatti jijjiiruu baatte. Yoo dandeessifamuu baate, maxxansaan kee durtii galmee kana maxxansuuf si gargaara. Qindaa'inootni maxxansicha kanaa diqalli kun to'atamus baatus galmee wajjin kuufamu.

Olkaa'i

Galmeewwan Ofumaan Ol kaa'uu

Olkaa'uu dursiitii amaloota galmee gulaali

Akka gongeen dhaamsaa Amaloota yeroo hunda ajaja akkasitti olkaa'i filattu mul'atu ifteessa.

Yeroo hundaa dilbii uumi

Yeroo galmee olkeessu galmee fooyya'aa duraanii akka dilbii garagalchaatti olkaa'a. Hoggayyuu LibreOffice garagalcha dilbii uumu, garagalchi dilbii duraanii bakka bu'a. Garagalchi dilbii fufaa .BAK argata.

To change the location of the backup copy, choose - LibreOffice - Paths, and then enter a new path for the backup file.

Odeeffannoo bakkadeebisa ufmaa hunda olkaa'i

Akka LibreOffice galmee banaa bakkadeebisuuf odeeffannoo barbaadame olkaa'u yeroo halakaa ifteessa. You can specify the saving time interval.

Daqiiqaalee

Yeroo daqiiqaaleedhaan dirqaala bakkadeebisa ufmaatiif ifteessa.

Automatically save the document too

Specifies that LibreOffice saves all open documents when saving auto recovery information. Uses the same time interval as AutoRecovery does.

URLoota sadhaata sirna faayilaatin olkaa'i

Dirqaalli kun filannoo duraantaa hirkataa sirna faayilii fi interneetii irratti kan URL teessessu si dandeessisa . Teessessuun hirkataa kan danda'amu yoo maddi galmee fi galmeen wabeeffame lachanuu ooftuu tokko irra ta'an qofa.

Teessoon hirkataa yeroo hunda kan jalqabu galeeloo kan galmeen ammee keessatti argamu irraati. Faallaa isaa, teessessuun of danda'aa kan jalqabu yeroo hundaa galeeloo manataa irraati. Gabateen armaan gadii garaagarummaa syntax wabeessuu of danda'aa fi hirkataa jiddu jiru sitti mul'isa:

Fakkeenyota

Sirna faayilii

Interneetii

hirkataa

../images/img.jpg

../images/img.jpg

of danda'aa

file:///c|/work/images/img.jpg

http://myserver.com/work/images/img.jpg


Sajoo Ofegannoo

Qacceen gargaarsaa yeroo hundumaa daandii of danda'aa agarsiisa. Haa ta'u malee, yoo galmeen gita HTML tiin olkaa'ame, LibreOffice daandii hirkataa yoo sanduuqni filannoo sirrii filatame naqa.


Sanduuqa filannoo kana olkaa'umsa hirkataa kan URLs tiif sirna faayilii keessatti filadhu.

URLs interneetiitti hirkatoo olkaa'i

Sanduuqa filannoo kanaolkaa'umsa hirkataa URLs Interneetiif filadhu.

Duraantaa dhangii faayilii fi qindaa'inoota ODF

Dhangii fooyya'aa ODF

OpenOffice.org 3 and StarOffice 9 introduce new features which have to be saved using the OpenDocument format (ODF) version 1.2. The prior versions of OpenOffice.org 2 and StarOffice 8 support the file formats ODF 1.0/1.1. Those prior file formats cannot store all new features of the new software.

Current LibreOffice versions can open documents in ODF formats 1.0/1.1 and 1.2.

Yeroo galmee sooftweerii haaraa keessatti olkeessu,akka galmee gita ODF 1.2 haaraan yookiin kan duraa 1.0/1.1 dhaan olkeessu filachuu dandeessa.

Sajoo Yaaddannoo

Yeroo ammaa, dhangiin ODF 1.2 (Baaya'ate) faayilii Fakkaasaa fi Impireesii yaada qabaachuuf kakaasa. Yaadni kun Saagii - Yaada mosajjii fooyyaa'aa keessatti saagamuu danda'a.Yaadni kun kan badu faayilii kana osoo mosaajjii fooyyaa'aa hin fe'in dura kan mosaajjii fooyyaa'aa isa ammaatiin olkaa'ama.


Kubbaaniyyoonni yookiin dhaabbattoonni muraasni galmeelee ODF gita ODF 1.0/1.1 dhaan barbaaduu danda'u. Sanduuqa tarree keessa olkaa'uuf gita sana filachuu dandeessa. Gitni dullachi kun amaloota haaraa siif kuusuu hin danda'u, kanaafis amma danda'ametti gitni haaraa ODF 1.2 (Babalkdhata) ni jajjabeeffama.

The ODF 1.2 Extended (compat) mode is a more backward-compatible ODF 1.2 extended mode. It uses features that are deprecated in ODF1.2 and/or it is 'bug-compatible' to older OpenOffice.org versions. It may be useful, if you need to interchange ODF documents with users, who use pre-ODF1.2 or ODF1.2-only legacy applications.

Akeekkachiisa yeroo olkaa'umsa ODF yookiin dhangii durtiin alaa

Ergaa akeekkachiisaa yemmuu galmee dhangii OpenDocument ala olkeessu argachuuf filachuu dandeessa yookiin kan ati dhangii durtii Tools - Dirqaalaalee - Fe'i / Olkaa'i - Dimshaasha keessatti hin taasifne.

Dhangii faayilii isa kamtu akka durtiitti raawwatu yeroo galmeewwan akaakuu garaagaraa olkaa'aman filachuu dandeessa. Yoo galmee kee yeroo hundumaa nama Microsoft Office fayyadamu wajjin wal jijjiirta ta'e, fakkeenyaaf, asitti akka LibreOffice dhangiilee faayilii Microsoft Office qofa akka durtiitti fayyadamu mul'isuu dandeessa.

Gosa galmee

Gosa galmee kan ati dhangii durtii faayilii qindeessuufii barbaaddu mul'isa.

Yeroo hundaa akkasitti olkaa'i

Akkamitti galmeewwan gosa bitatti filatame yeroo hundumaa akka gosa faayilii kanaatti olkaa'aman mul'isa. Galmee ammeetiif gongee dhaamsaa Akkasitti olkaa'i keessatti dhangii faayilii biraa filachuu dandeessa.

Sajoo Ofegannoo

Some options cannot be reset once edited. Either edit back the changes manually or click Cancel and reopen the Options dialog.