Dirqaalaalee
Ajajni kun gongee dhaamsaa sagantaa tuujjee maamileeffameetiif bana.
Qindaa'inootni kee hunduu battalumatti olkaa'maniiru. Galfata kee babal'isuuf galfata kana lama cuqaasi yookiin mallatticha ida'uu cuqaasi. Galfata kee qoncoorsuuf, mallatticha hir'isuu cuqaasi yookiin galfaticha lama cuqaasi.
Galfatoota galmee dhiyoo irratti raawwatan qofa argita. Galmeen dhiyoo yoo galmee barruu ta'e, galfata barreessaa LibreOffice fi kan kana fakkaatan muraa hundaa LibreOffice argita. LibreOffice tolchuu fi LibreOffice kaasuun gongee dhaamsaa kanaratti akka tokkotti lakkaa'amu. Wajjummaan galfatichaa yeroo hunda mul'ataa dha.
Choose LibreOffice - PreferencesTools - Options.
Note for macOS users: The Help mentions the menu path Tools - Options at numerous places. Replace this path with LibreOffice - Preferences on your macOS main menu. Both menu entries open the Options dialog box.
Options dialog buttons
OK
Save the changes in the page and close the Options dialog.
Cancel
Close the Options dialog and discard all changes done.
Reset
Resets changes made to the current tab to those applicable when this dialog was opened.
Some options cannot be reset once edited. Either edit back the changes manually or click Cancel and reopen the Options dialog.
Help
Opens the help contents for the Options page displayed.
Use this dialog to create general settings for working with LibreOffice. The information covers topics such as user data, saving, printing, paths to important files and directories, and color defaults.
Qindaa'inoota dimshaashaa Fe'i/Olkaa'i ifteessa.
Afaanota dabalataaf amaloota qindeessa.
Qindaa'inootni kunneen karaa galmeeleen barruu kan LibreOffice keessatti uumaman qabataman qindeessu. Galmee barruu ammeetiif qindaa'inoota qindeessuun ni danda'ama.
Qindaa'inoota bu'uuraa galmeelee kan LibreOffice gita HTML tiin qindeessa.
Qindaa'inoota garaagaraa wardiilee, qabiyyee mul'atan, akkasumas kallattii qaree galfata maadhee boodaa qindeessa. Tarree tartiibaa, lakkoofsa bakka deesiimaalii murteessuu fi qindaa'inoota waraabbii fi jijjiirraa shooluu qindeessuus dandeessa.
Qindaa'inoota garaa kan galmeelee dhiyeessaa haaraa uumamanii kan akka qabiyyeewwan mul'atan, yuuniitii safaraa fayyadan, yoo fi akkaataa walqixxeessi tarsaa raawwatu qindeessa.
Qindaa'inoota hundataa galmeelee fakkisaa, qabiyyeewwan mul'atan, safara fayyadamnu, walqixxaata tarsaa fi qabiyyeewwan durtiin maxxansaman dabalatee qindeessa.
Defines the print format and print options for all new formula documents. These options apply when you print a formula directly from LibreOffice Math.
Qindaa'inoota dimshaashaa kan maddaalee deetaa LibreOffice keessaa qindeessa.
Taattoof qindaa'inoota dimshaashaa qindeessa.
Dirqaalaalee Interneetii ifteessa.