Kamshaa Saxaxa Unkaa

Kamshaan Saxaxa Unkaan kan mul'atuu, akkuuma ati haalataa saxaxaan hojeechaa wanta unkaa yammuu filatuudha.

Fili

Sajoo

Sajoon kun haalta filuuf qaree hantuutee jijjiira. ykn haalata kana kaka'uumsala godha. Haalata filataman too'annoo unkaa ammee filuuf gargaaru.

Haalata wixinee bani/cufi

Toggles the Design mode on or off. This function is used to switch quickly between Design and User mode. Activate to edit the form controls, deactivate to use the form controls.

Sajoo cuqaasi

Saxaxa Halataa Bani/Cufi

Amaloota too'annoo

Amaloota too'annoo filame gulaaluuf qaaqa banaa.

Sajoo

Too'annaa

Amaloota unkaa

Qaaqa kana keessatti kan biraa irraa ibsuu dandeesaa? Qaaqa kana keessatti kanneen biroo keessaa ibsuu dandeessa, madda deetaa fi taatewwan unkaa hundaaf.

Sajoo

Unka

Naanneessa Deetaa

Caasaa deetaa galmee DhangiiwwanX ammee ifteessa.

Unkaa Naanna'aa

Opens the Form Navigator. The Form Navigator displays all forms and subforms of the current document with their respective controls.

Sajoo cuqaasi

Unka Naanneessaa

Dirree Ida'i

Opens a window where you can select a database field to add to the form or report.

Sajoo cuqaasi

Dirree Dabli

Tartiiba cancalaa

In the Tab Order dialog you can modify the order in which control fields get the focus when the user presses the tab key.

Sajoo cuqaasi

Tartiba Kaka'insaa

Haalata Saxatoon Bani

Unkaawwan Haalata Wixinee keessaa bana kanaafuu unkaan gulaalamuu danda'a.

Sajoo cuqaasi

Akka Saxaxa Halataati bani

Too'annoo xiyyeeffannoo ofumaanii

Sajoo

Yoo Too'annoo xiyyeeffannoo ofumaanii ka'aa ta'e,Unkaan too'annoo jalqabaa yero galmee bante kan filamudha. Yoo qabduun ka'aa ta'uu baatte,barruun baniinsa booda filama. Tarree cancalaa that you have specified determines which is the first form control.

Hammamtaa fi Qubannoo

Wanta filatame hagamtaa jijjiira, sochoosa, marsaa ykn duufessa.

Sajoo

Qubannoo fi Hamamtaa

Korkoddii jijjiiri

Dirqaalee korkoddii gidduutti jijjiirruuf si dandeessisa.

Sajoocuqaasi

Korkoddii Jijjiiri

Fulduratti Fidi

Wanticha filatame duuraa duubaa kallatti irraa sochoosam, kunis fuldura wantota.birootti.

Sajoo

Gara Fuulduratti fidi

Gara Duubatti Ergi

Wanticha filatame gara duuraa duubaa tarreeffama gaditti siksa, kunis wantoota biraa duuba jira.

Sajoo

Gara Duubatti Ergi

Gurmuu

Wanta filatame akka isaan wanta baqqeetti sochoosu danda'u gurmeessa.

Sajoo

Tuutee

Garbaasi

Gurmuu filatame tokko tokkoo wantootaa keessatti addaan hira.

Sajoo

Garbaasi

Gurmuu Galchi

Gurmuu filatamee akka tokkoon tokkoo wantoota gulaaluu dandeessutti bana. Yoo gurmuun filatame gurmuu man'aaye qabate, ajaja kana gareewwan xixiqqoo irratti irra debi'uu ni dandeessa.

Sajoo

Tuutee Galchi

Gurmuu Keessaa Bahi

Tokkoon Tokkoo wantoota gurmuu keessaa yeroo dheeraaf akka hin gulaalle gurmuu dhiisa.

Sajoo

Tuutee Bahi

Hiriirsuu

Hiriira Wantoota filamee fooyyessa.

Sajoo

Hiriirsuu

Tarsaa Agarsiisi

Specifies whether to display the grid.

Sajoo

Tarsaa Mul'isi

Tarsaa gara Ariitii

Wantawwan isa ati tuqaalee tarsaa qofaa gidduu ittiin siqsuu dandeessuu ifteessa.

Sajoo

Tarsuuf ari'i

Yammuu Sochii Qajeelcha

Specifies whether to display guides when moving an object.

Icon

Helplines While Moving