Kabala Saxaxa Gaafataa

Yeroo Gaafata SQL uumtu ykn gulaaltu, mul'ina deetaa to'achuuf sajoowwan kabala Saxaxa Gaafataa keessa jiran fayyadami.

Akkaataa gafata uumte ykn mul'annoo Design keessaa ykn fuula caancala SQL irratti hundaa'uun, sajoowwan armaan gadiitu mul'atu:

Galfata Ka'aa

Galfata SQL kaa'a akkasumas firii galfata mul'isa. Dalagni Galfata Ka'aa galfata ol hin kaa'u.

Sajoo

Galfata Ga'iinsaa

Galfata qulqulleessa

Galfata qulqulleessuu fi gabateewwan mara fooddaa wixineetirraa haqa.

Sajoo

Galfata qulqulleessa

Mul'ina jijjiiraa wixinee bani/ cufi

Mul'annoo wixinee ykn galfata mul'annoo SQL mul'isa.

Sajoo

Mu'annoo Wixinee Jijjiiraa Banaa / Cufaa

Gabateewwan Ida'i

Gabateewwan gara wixinee fooddatti saagaman ifteessa. Qaaqa Gabatee Dabalaa keessaa, gabatee barbaadde hojii ammeef fili.

sssssssSajoo

Gabateewwan Saagi

Dalagaawwan

"Dalagaa" tarree wixinee mul'annoo gadaanaa fooddaaGalfata Wixinee.

Sajoo

Dalagaawwan

Maqaa gabatee

Tarree "Gabatee" kutaa gadaanaa Galfata Wixineemul'isa.

Sajoo

Maqaa gabatee

Maqbiroo

Tarree "Maqbiroo" kutaa gadaanaa Galfata Wixineemul'isa.

Sajoo

Maq-biroo

Gatiiwwan Addaa

Expands the created select statement of the SQL Query in the current column by the parameter DISTINCT. The consequence is that identical values occurring multiple times are listed only once.

Sajoo

Gatiilee Addaa

Fuula caancala SQL irra sajoo armaan gadiitu jira:

Ajaja SQL sududaan kaasisa

Haalata dhaloota SQL keessatti ajaja SQL LibreOfficen hin hiikamne galchuu dandeessa, garuu sanirra sududaan gara kuusaa deetaa dabra. Yoo jijjiiramoota mul'annoo wixinee kana hin mul'isne, gara mul'annoo wixinetti deebinee jijjiiruu dandeessu.

 Sajoo

Ajaja SQL sududaan kaasisa