Naanna'insa Unkaa Irraa

Kabalii Naanna'insa Unkaa sajoowwan akka gabatee kuusdeetaa ykn mulannoo deetaa too'atu of keessaa qaba. Kabalichii galmee isa dirreewwan of keessaa qabu isa kuusdeetaatti walqabatee jalatti mul'ata.

Kabalii Naanna'insa Unkaa galmeewwan keessa siquuf akkasuumas galmeewwan saaguu fi haquuf itti fayyadamuu nidandeessa. Yoo deetaan unka keessatti olkaa'amee, jijjiiramichi gara kuusdeetaatti darba. Kabalii Naanna'insa Unkaa akkasuumas fo'aa, gingilchaa, fi galmeewwan deetaatiif dalagawwan barbaachaa of keessaa qaba.

Sajoo Qaxxee

Sajoo kabala Naanna'insaa, kabala Naanna'insaa Too'annaa Caalaa irraa unkatti ida'uuf fayyadamuu nidandeessa.


Sajoo Yaaddannoo

Kabala Naanna'insaa, unkawwan kuusdeetaatti walqabataniif qofa mul'ata. Unka kan Mul'annoo Saxaxaa keessatti, kabala Naanna'insaa hinmul'atu. Akkasuumas Kabala Deetaa Gabatee ilaali.


Dalagawwan fooyinsa fi gingilchuutiin mul'annoo deetaa too'achuu nidandeessa. Gabateewwanii xabboo hin jijjiiraman.

Ajajii fooyi ammaa ykn gingilchaan galmee ammaa waliin olkaa'amu. Yoo gingilchaan qindaa'ee, sajoo Gingilchaa Fayyadami kabala Naanna'insaa irraa kakaa'aadha. Amalawwanii fooyinsa fi gingilchaa galmee keessaa, akkasuuma qaaqa Amalawwan Unkaa keessatti qindaa'uu nidandaa'a. (Amalawwan Unkaa - Deetaa - Amalawwan Fooyi fi Gingilchaa filadhu).

Sajoo Yaaddannoo

Himii SQL yoo unkaaf bu'ura tahe (Amalawwan Unkaa - caancala Deetaa - Madda Deetaa ilaali), kana booda dalagawwanii gingilchaa fi fooyii kan mul'atan yammuu himii SQL gabatee tokko qofaaf yammuu wabii tahu qofaaf, yammuu haalata SQL dhalootaa keessatti hinbarreefamne qofa.


Kuusaa Ofdanda'aa

Lakkoofsa kuusaa ammaa mul'isa. Gara kuusaa walitti dhufootti deemuuf lakkoofsa tokko galchi.

Kuusaa Jalqaba

Sajoo

Gara galmee isa jalqabaatti sigeessa.

Galmee Duraani

Sajoo

Gara galmee isa duraaniitti sigeessa.

Galmee Ittaanu

Sajoo

Gara galmee isa ittaanuutti sigeessa.

Galmee Xumuraa

Sajoo

Gara galmee isa xumuraatti sigeessa.

Galmee Olkaa'i

Sajoo

Galfataa deetaa haaraa tokko olkaa'a. Jijjiiramichii kuusdeetaa keessatti galmeefameera.

Gaabbi: Galfata Deetaa

Sajoo

Galfata deetaa tokkoof baabbi sihayyama.

Galmee Haaraa

Sajoo

Kuusaa haaraa tokko uuma.

Kuusaa Haqi

Sajoo

Galmee tokko haqa. Gafatichii haquun dura mirakaneefachuu barbaadda.

Haaromsi

Deetaa mul'ataa haaromsa. Qeeyyaa fayyadamoo hedduu, deetaa ammee jiaachuu isaa mirkaneessu haaromsa.

Sajoo

Haaromsi

Kuusaa Barbaadi

Searches database tables and forms. In forms or database tables, you can search through data fields, list boxes, and check boxes for specific values.

Sajoo

Kuusaa Barbaadi

Olee Fooyi

Text fields are sorted alphabetically, numerical fields are sorted by number.

Sajoo

Olee Fooyi

Gadee Fooyi

Text fields are sorted alphabetically, number fields are sorted by number.

Sajoo

Gadee Fooyi

Ofgingilchaa

Kuusaalee gingilchaa, qabeentaa dirree deetaa ammee irratti bu'ureeffate.

Sajoo

Ofumagingilchi

Gingilchaawwan unkaa irratti hundaa'e

Kaadimni kuusaa deetaa, deetaa mul'ataa ulaagaalee ibsamee gingichuuf kaasa.

Sajoo

Gingilchaawwan unkaa irratti hundaa'e

Fooyi

Ulaagaalee fooyinsa deetaa mul'isu ifteessa.

sssssssSajoo

Tartiba Fo'i

Reset Filter/Sorting

Qindoomina gingilcha dhaamsa akkasumas kuusaawwan mara gabatee ammee keessaa mul'isa.

Sajoo

Reset Filter/Sorting

Madda deetaa akka gabatee

Weyta unkaa mul'annoo keessaa, gabatee dabalataa kaafnu. Dalaga Madda deetaa akka gabatee kaka'e, gabatee bal'ina unkaa olii keessatti ilaaluu dandeessa.

Sajoo

Madda deetaa akka gabatee

Gingilchaa fayyadami

Gabatee mul'annoo gingilchamee fi hin gingilchamne gidduu jiru jijjiira.

Sajoo

Gingilchaa fayyadami