Kabala Deetaa Gabatee
Mul'annoo deetichaa too'achuuf, Kabala Deetaa Gabatichaa fayyadami.
Mul'annoon deeticha gingilchamee, hamma ati fooyinsicha ykn ulaagaalee gingilchaa jijjiirtuti yk dhiistuuti ka'ee tura. Yoo gingilchaan ka'aa tahe, sajoon Gingilchaa Fayyadami kabala Deetaa Gabatee irraa nika'aa.
Turns the edit mode for the current database table on or off.
Reverses the last command or the last entry you typed. To select the command that you want to reverse, click the arrow next to the Undo icon on the Standard bar.
In forms or database tables, you can search through data fields, list boxes, and check boxes for specific values.
Deetaa mul'ataa haaromsa. Qeeyyaa fayyadamoo hedduu, deetaa ammee jiaachuu isaa mirkaneessu haaromsa.
Ulaagaalee fooyinsa deetaa mul'isu ifteessa.
Text fields are sorted alphabetically, numerical fields are sorted by number.
Text fields are sorted alphabetically, number fields are sorted by number.
Kuusaalee gingilchaa, qabeentaa dirree deetaa ammee irratti bu'ureeffate.
Gabatee mul'annoo gingilchamee fi hin gingilchamne gidduu jiru jijjiira.
Filannoo gigichuu akka qindeessitu hayyama..
Qindoomina gingilcha dhaamsa akkasumas kuusaawwan mara gabatee ammee keessaa mul'isa.
Dirreewwan mara kan kuusa mallattaa'ee, galmee ammaa bakka qubannoo qaree keessatti saaga.
Qabeentota dirreewwan kuusaa deetaa argaman kuusawwan galmee haaromsa. Sajoo Dirreewwan deetaa kan argamu yoo galmee ammeen galmee barruu ta'e qofa.
Starts the Mail Merge Wizard to create form letters.
Iyyaafata madda kuusaa deetaa mul'isa, gabateen gara galmee ammee koronyate.
Madda deetaa galmee ammmee
Mul'annoo aloola kuusaa deetaa banuuf/ cufuuf. Sajoo Aloola Banaa/Cufaa Kabala deetaa gabateeirratti mul'atu.